Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ቆሮንቶስ 6:9,10

ONOCV New Oromo Contemporary Version

9 እስን አከ ጀልኦትን ሞቱማ ዋቃ ህንዻሌ ህንቤክተኒ? ህንጎዎምና፦ ሀለሌወን ዮካን ወር ዋቀ ቶልፈማ ዋቄፈተን ዮካን ኤጅቶትን ዮካን ዺሮትን ሰጋገልቶትን ዮካን ዺሮትን ዺረ ወጅን ሰጋገለን፣ 10 ዮካን ሀቶትን ዮካን ዶቅኖትን ዮካን መቾፍቶትን ዮካን ወር መቃ ነመ በሌሰን ዮካን ሳምቶትን ሞቱማ ዋቃ ህንዻለን።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    9 Isin akka jalʼoonni mootummaa Waaqaa hin dhaalle hin beektanii? Hin gowwoominaa: halaleewwan yookaan warri Waaqa tolfamaa waaqeffatan yookaan ejjitoonni yookaan dhiironni sagaagaltoonni yookaan dhiironni dhiira wajjin sagaagalan, 10 yookaan hattoonni yookaan doqnoonni yookaan machooftonni yookaan warri maqaa nama balleessan yookaan saamtonni mootummaa Waaqaa hin dhaalan.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    9 Isin akka jalʼoonni mootummaa Allaaha hin dhaalle hin beektanii? Hin gowwoominaa: halaleewwan yookaan warri waaqeffatamaa tolfamaa waaqeffatan yookaan ejjitoonni yookaan dhiironni sagaagaltoonni yookaan dhiironni dhiira wajjin sagaagalan, 10 yookaan hattoonni yookaan doqnoonni yookaan machooftonni yookaan warri maqaa nama balleessan yookaan saamtonni mootummaa Allaaha hin dhaalan.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.