Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Qorontos 6

9 Isin akka jalʼoonni mootummaa Allaaha hin dhaalle hin beektanii? Hin gowwoominaa: halaleewwan yookaan warri waaqeffatamaa tolfamaa waaqeffatan yookaan ejjitoonni yookaan dhiironni sagaagaltoonni yookaan dhiironni dhiira wajjin sagaagalan, 10 yookaan hattoonni yookaan doqnoonni yookaan machooftonni yookaan warri maqaa nama balleessan yookaan saamtonni mootummaa Allaaha hin dhaalan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também