Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ጴጥሮስ 1:13-16

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ቁልቁሎተ ተኣ

13 ከናፉ ሙዺ ቀልቢኬሰኒ ህዸዻ፤ ወረ ኦፍ ቀበን ተኣ፤ አብዲኬሰንስ ጉቱማን ጉቱት አያነ ዬሮ ዬሱስ ክርስቶስ ሙልአቱት እስኒ ኬነሙ ሰነረ ካአዻ። 14 አከ እጆሌ አጀጀመኒ ተኣ መሌ ሀዊ ሀማ በረ ወላሉማኬሰኒ ሰነ ዱካ ህንቡእና። 15 ቆደ ከና አኩመ እን እስን ዋሜ ሱን ቁልቁሉ ተኤ፣ እስንስ ዋን ሆጄተን ሁንዱማን ቁልቁሎተ ተኣ፤ 16 "አን ቁልቁሉዻቲ እስንስ ቁልቁሎተ ተኣ"1፥16 ሌዎ 11፥44፣45፤ 19፥2፤ 20፥7 ጄዸሜ በሬፈሜራቲ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    13 Kanaafuu mudhii qalbii keessanii hidhadhaa; warra of qaban taʼaa; abdii keessanis guutumaan guutuutti ayyaana yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatutti isinii kennamu sana irra kaaʼadhaa. 14 Akka ijoollee ajajamanii taʼaa malee hawwii hamaa bara wallaalummaa keessanii sana duukaa hin buʼinaa. 15 Qooda kanaa akkuma inni isin waame sun qulqulluu taʼe, isinis waan hojjetan hundumaan qulqulloota taʼaa; 16 "Ani qulqulluudhaatii isinis qulqulloota taʼaa"1:16 Lew 11:44,45; 19:2; 20:7 jedhamee barreeffameeraatii.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    13 Kanaafuu mudhii qalbii keessanii hidhadhaa; warra of qaban taʼaa; abdii keessanis guutumaan guutuutti ayyaana yeroo Iisaa Al-Masiihiin mulʼatutti isinii kennamu sana irra kaaʼadhaa. 14 Akka ijoollee ajajamanii taʼaa malee hawwii hamaa bara wallaalummaa keessanii sana duukaa hin buʼinaa. 15 Qooda kanaa akkuma inni isin waame sun qulqulluu taʼe, isinis waan hojjetan hundumaan qulqulloota taʼaa; 16 "Ani qulqulluudhaatii isinis qulqulloota taʼaa"1:16 Lew 11:44,45; 19:2; 20:7 jedhamee barreeffameeraatii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.