Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ሳሙኤል 2:1,2

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ከዸትና ሃና

1 ሃናንስ አከነ ጄቴ ከዸቴ፦

"ገራንኮ ዋቀዮት ንገመደ፤

ጋንፍኮስ ዋቀዮን ኦል ካፈመ።

አፋንኮስ ዲኖተኮረት ኦፍ ጀጀ፤

አን ፈይሱኬት ነንገመዳቲ።

2 "ቁልቁሉን አከ ዋቀዮ ቶኮዩ ህንጅሩ፤

ስ መሌስ ኤኙዩ ህንጅሩ፤

ከታን አከ ዋቀኬኛ ቶኮዩ ህንጅሩ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Haannaanis akkana jettee kadhatte:

    "Garaan koo Waaqayyotti ni gammada;

    gaanfi koos Waaqayyoon ol kaafama.

    Afaan koos diinota koo irratti of jaja;

    ani fayyisuu keetti nan gammadaatii.

    2 "Qulqulluun akka Waaqayyoo tokko iyyuu hin jiru;

    si malees eenyu iyyuu hin jiru;

    kattaan akka Waaqa keenyaa tokko iyyuu hin jiru.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Haannaanis akkana jettee duʼaa godhatte:

    "Garaan koo Rabbii Allaahatti ni gammada;

    gaanfi koos Rabbii Allaahan ol kaafama.

    Afaan koos diinota koo irratti of jaja;

    ani fayyisuu keetti nan gammadaatii.

    2 "Qulqulluun akka Rabbii Allaah tokko iyyuu hin jiru;

    si malees eenyu iyyuu hin jiru;

    kattaan akka Allaah keenyaa tokko iyyuu hin jiru.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.