Pular para o conteúdo
Publicidade

1 ጢሞቴዎስ 6:6-8

ONOCV New Oromo Contemporary Version

6 ዋቀት ቡሉን፣ "ወን አን ቀቡ ነ ገአ" ጄቹ ኦፍ ኬሳ ቀባትናን ኩን ዹጉማን ፋይዳ ጉዳ ቀበ። 7 ኑ ዋን ቶኮሌ ገረ አዱኛት ዋን ህንፍድኒፍ፣ ዋን ቶኮሌ አዱኛ ኬሳ ፉዸቹ ህንደንዴኙ። 8 ገሩ ዋን ኛትኑፊ ዋን ኡፈትኑ ቀባትናን ኑ ገአ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    6 Waaqatti buluun, "Wanni ani qabu na gaʼa" jechuu of keessaa qabaannaan kun dhugumaan faayidaa guddaa qaba. 7 Nu waan tokko illee gara addunyaatti waan hin fidiniif, waan tokko illee addunyaa keessaa fudhachuu hin dandeenyu. 8 Garuu waan nyaannuu fi waan uffannu qabaannaan nu gaʼa.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    6 Allaahatti buluun, "Wanni ani qabu na gaʼa" jechuu of keessaa qabaannaan kun dhugumaan faayidaa guddaa qaba. 7 Nu waan tokko illee gara addunyaatti waan hin fidiniif, waan tokko illee addunyaa keessaa fudhachuu hin dandeenyu. 8 Garuu waan nyaannuu fi waan uffannu qabaannaan nu gaʼa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.