Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Xiimotewos 6

6 Allaahatti buluun, "Wanni ani qabu na gaʼa" jechuu of keessaa qabaannaan kun dhugumaan faayidaa guddaa qaba. 7 Nu waan tokko illee gara addunyaatti waan hin fidiniif, waan tokko illee addunyaa keessaa fudhachuu hin dandeenyu. 8 Garuu waan nyaannuu fi waan uffannu qabaannaan nu gaʼa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também