ምናሴ ሞትቸ ይሁዳ
1 ምናሴን ዬሮ ሞቲ ተኤት ነመ ወጋ ኩዸ ለመ ቱሬ፤ እንስ ዬሩሳሌም ኬሰ ታኤ ወጋ ሸንተሚ ሸን ቡልቼ። መቃን ሃዸሳ ሄፍዚባ ቱሬ። 2 እንስ ዋን ጅብሲሳ ሰቦተ ዋቀዮ ፉለ እስራኤሎታ ዱራ አርኤ ባሴ ሰና ዱካ ቡኡዻን ፉለ ዋቀዮ ዱረት ዋን ሀማ ሆጄቴ።
1 ምናሴን ዬሮ ሞቲ ተኤት ነመ ወጋ ኩዸ ለመ ቱሬ፤ እንስ ዬሩሳሌም ኬሰ ታኤ ወጋ ሸንተሚ ሸን ቡልቼ። መቃን ሃዸሳ ሄፍዚባ ቱሬ። 2 እንስ ዋን ጅብሲሳ ሰቦተ ዋቀዮ ፉለ እስራኤሎታ ዱራ አርኤ ባሴ ሰና ዱካ ቡኡዻን ፉለ ዋቀዮ ዱረት ዋን ሀማ ሆጄቴ።
1 Minaaseen yeroo mootii taʼetti nama waggaa kudha lama ture; innis Yerusaalem keessa taaʼee waggaa shantamii shan bulche. Maqaan haadha isaa Hefziibaa ture. 2 Innis waan jibbisiisaa saboota Waaqayyo fuula Israaʼelootaa duraa ariʼee baase sanaa duukaa buʼuudhaan fuula Waaqayyoo duratti waan hamaa hojjete.
1 Minaaseen yeroo mootii taʼetti nama waggaa kudha lama ture; innis Yerusaalem keessa taaʼee waggaa shantamii shan bulche. Maqaan haadha isaa Hefziibaa ture. 2 Innis waan jibbisiisaa saboota Rabbii Allaahan fuula Israaʼelootaa duraa ariʼee baase sanaa duukaa buʼuudhaan fuula Rabbii Allaah duratti waan hamaa hojjete.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.