Pular para o conteúdo
Publicidade

2 ሳሙኤል 18:33

ONOCV New Oromo Contemporary Version

33 ሞትች ንሆለቴ። ኩታ መና ከን ከረ ዱራ ጉባትስ ኦል በኤ ቦኤ። ዮሙ ኦል በኡትስ፣ "ያ እልመኮ አቤሳሎም! እልመኮ፣ እልመኮ አቤሳሎም! ኡቱ ቆደኬ አን ዱኤ ጅራዼ፤ ያ አቤሳሎም እልመኮ፣ ያ እልመኮ!" ጄዼ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    33 Mootichi ni hollate. Kutaa manaa kan karra duraa gubbaattis ol baʼee booʼe. Yommuu ol baʼuttis, "Yaa ilma koo Abesaaloom! Ilma ko, ilma koo Abesaaloom! Utuu qooda kee ani duʼee jiraadhee; yaa Abesaaloom ilma ko, yaa ilma ko!" jedhe.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    33 Mootichi ni hollate. Kutaa manaa kan karra duraa gubbaattis ol baʼee booʼe. Yommuu ol baʼuttis, "Yaa ilma koo Abesaaloom! Ilma ko, ilma koo Abesaaloom! Utuu qooda kee ani duʼee jiraadhee; yaa Abesaaloom ilma ko, yaa ilma ko!" jedhe.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.