Pular para o conteúdo
Publicidade

ሆጂ 16:6,7

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ጳዉሎስ ሙልአታን ነምቸ መቄዶንያ ቶኮ አርጌ

6 እሳንስ ሀፉር ቁልቁሉን አከ እሳን ብየ አስያ ኬሰት ዱብቸ ህንለለብኔ እሳን ዾውናን ብየ ፍርግያቲፊ ገላትያ ኬሰ ደርበን። 7 ዮሙ ሚስያ ገአንትስ ቢታንያ ሴኑ ያለን፤ ሀፉር ዬሱስ ገሩ እሳኒ ህንኤየምኔ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    6 Isaanis Hafuurri Qulqulluun akka isaan biyya Asiyaa keessatti dubbicha hin lallabne isaan dhowwinaan biyya Firiigiyaatii fi Galaatiyaa keessa darban. 7 Yommuu Miisiyaa gaʼanittis Biitaaniyaa seenuu yaalan; Hafuurri Yesuus garuu isaanii hin eeyyamne.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    6 Isaanis Hafuurri Qulqulluun akka isaan biyya Asiyaa keessatti dubbicha hin lallabne isaan dhowwinaan biyya Firiigiyaatii fi Galaatiyaa keessa darban. 7 Yommuu Miisiyaa gaʼanittis Biitaaniyaa seenuu yaalan; Hafuurri Iisaa garuu isaanii hin eeyyamne.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.