Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 16

Phaawulos Mulʼataan Namicha Maqedooniyaa Tokko Arge

6 Isaanis Hafuurri Qulqulluun akka isaan biyya Asiyaa keessatti dubbicha hin lallabne isaan dhowwinaan biyya Firiigiyaatii fi Galaatiyaa keessa darban. 7 Yommuu Miisiyaa gaʼanittis Biitaaniyaa seenuu yaalan; Hafuurri Iisaa garuu isaanii hin eeyyamne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também