Pular para o conteúdo
Publicidade

በኡ 30:17-21

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ጫቢ እት ዽቀተን

17 ኤርገሲስ ዋቀዮ ሙሴዻን አከነ ጄዼ፤ 18 "ገበቴ ናሲ ከን ሚለ ናሲ ቀቡ ዽቀናዻፍ ቶልች። እሰስ ዱንካነ ወል ገኢቲፊ እዶ ኣርሳ ግዱ ካኢቲ ብሻን እት ነቅ። 19 አሮኒፊ እልማንሳ ብሻን ሰናን ሀርከሳኒቲፊ ሚለሳኒ ሃዽቀተን። 20 እሳንስ አከ ህንዱኔፍ ዬሮ ዱንካነ ወል ገኢ ሴነን ብሻኒን ዽቀቱ፤ አከሱመስ ዮሙ ኣርሳ እብዳን ዋቀዮፍ ዽኤፈሙ ጉቡዻፍ ተጃጅሉፍ እዶ ኣርሳት ዽኣተንት፣ 21 አከ ህንዱኔፍ ሀርከሳኒቲፊ ሚለሳኒ ሃዽቀተን። ኩንስ ዸሎተ ዹፉ ኬሰት አሮኒፊ ሰኚሳቲፍ ሴረ ዻበታ ተአ።"

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    17 Ergasiis Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe; 18 "Gabatee naasii kan miilla naasii qabu dhiqannaadhaaf tolchi. Isas dunkaana wal gaʼiitii fi iddoo aarsaa gidduu kaaʼiitii bishaan itti naqi. 19 Aroonii fi ilmaan isaa bishaani sanaan harka isaaniitii fi miilla isaanii haa dhiqatan. 20 Isaanis akka hin duuneef yeroo dunkaana wal gaʼii seenan bishaaniin dhiqatu; akkasumas yommuu aarsaa ibiddaan Waaqayyoof dhiʼeeffamu gubuudhaaf tajaajiluuf iddoo aarsaatti dhiʼaatanitti, 21 akka hin duuneef harka isaaniitii fi miilla isaanii haa dhiqatan. Kunis dhaloota dhufu keessatti Aroonii fi sanyii isaatiif seera dhaabataa taʼa."

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    17 Ergasiis Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe; 18 "Gabatee naasii kan miilla naasii qabu dhiqannaadhaaf tolchi. Isas dunkaana wal gaʼiitii fi iddoo aarsaa gidduu kaaʼiitii bishaan itti naqi. 19 Haaruunii fi ilmaan isaa bishaani sanaan harka isaaniitii fi miilla isaanii haa dhiqatan. 20 Isaanis akka hin duuneef yeroo dunkaana wal gaʼii seenan bishaaniin dhiqatu; akkasumas yommuu aarsaa ibiddaan Rabbii Allaahaf dhiʼeeffamu gubuudhaaf tajaajiluuf iddoo aarsaatti dhiʼaatanitti, 21 akka hin duuneef harka isaaniitii fi miilla isaanii haa dhiqatan. Kunis dhaloota dhufu keessatti Haaruunii fi sanyii isaatiif seera dhaabataa taʼa."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.