Pular para o conteúdo
Publicidade

ገላትያ 6:1,2

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ነመ ሁንዱማፍ ዋን ጋሪ ጎቹ

1 ያ ኦቦሎተ፣ ዮ ነምን ቶኮ ጩቡ ኬሰ ሴኔ፣ እስን ወር ሀፉራን ጅራተን ገራሙማን እሰ ዴብሱ ቀብዱ። ገሩ አትስ አከ ህንቆረምኔፍ ኦፍ ኤገዹ። 2 እስን በኣ ወሊ ባዻ፤ አከሲን እስን ሴረ ክርስቶስ ንኤግዱ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Yaa obboloota, yoo namni tokko cubbuu keessa seene, isin warri hafuuraan jiraattan garraamummaan isa deebisuu qabdu. Garuu atis akka hin qoramneef of eeggadhu. 2 Isin baʼaa walii baadhaa; akkasiin isin seera Kiristoos ni eegdu.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Yaa obboloota, yoo namni tokko cubbuu keessa seene, isin warri hafuuraan jiraattan garraamummaan isa deebisuu qabdu. Garuu atis akka hin qoramneef of eeggadhu. 2 Isin baʼaa walii baadhaa; akkasiin isin seera Al-Masiihii ni eegdu.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.