Pular para o conteúdo
Publicidade

ኡመመ 12:1-4

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ዋመሙ አብራም

1 ዋቀዮ አብራሚን አከነ ጄዼ፤ "ብየኬ፣ ሰበኬቲፊ መነ አባኬቲ ዺሲቲ ገረ ብየ አን ስ አርግሲሱ ዸቅ።

2 "አን ሰበ ጉዳ ስን ታስሰ፤

ስን ኤብሰስ፤

መቃኬሌ ጉዳ ነንታስሰ፤

አትስ ኤበ ታታ።

3 አን ወረ ስ ኤብሰን ነንኤብሰ፤

ወረ ስ አባረን ነንአባረ፤

ሰብን ለፈራ ሁንድኑ

ከራኬቲን ኤብፈመ።"

4 ከናፉ አብራም አኩመ ዋቀዮ እሰት ህሜት ከኤ ዴሜ፤ ሎጥስ እሰ ወጅን ዴሜ። አብራም ዬሮ ካራኒ በኤት ነመ ወጋ ቶርባተሚ ሸኒ ቱሬ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Waaqayyo Abraamiin akkana jedhe; "Biyya kee, saba keetii fi mana abbaa keetii dhiisiitii gara biyya ani si argisiisuu dhaqi.

    2 "Ani saba guddaa sin taasisa;

    sin eebbisas;

    maqaa kee illee guddaa nan taasisa;

    atis eebba taataa.

    3 Ani warra si eebbisan nan eebbisa;

    warra si abaaran nan abaara;

    sabni lafa irraa hundinuu

    karaa keetiin eebbifama."

    4 Kanaafuu Abraam akkuma Waaqayyo isatti himetti kaʼee deeme; Looxis isa wajjin deeme. Abraam yeroo Kaaraanii baʼetti nama waggaa torbaatamii shan ture.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Rabbii Allaahan Ibraamiin akkana jedhe; "Biyya kee, saba keetii fi mana abbaa keetii dhiisiitii gara biyya ani si argisiisuu dhaqi.

    2 "Ani saba guddaa sin taasisa;

    sin eebbisas;

    maqaa kee illee guddaa nan taasisa;

    atis eebba taataa.

    3 Ani warra si eebbisan nan eebbisa;

    warra si abaaran nan abaara;

    sabni lafa irraa hundinuu

    karaa keetiin eebbifama."

    4 Kanaafuu Ibraam akkuma Rabbii Allaahan isatti himetti kaʼee deeme; Luutis isa wajjin deeme. Ibraam yeroo Kaaraanii baʼetti nama waggaa torbaatamii shan ture.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.