Pular para o conteúdo
Publicidade

እብሮተ 13:1-3

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ጎርሰ ጡሙራ

1 አከ ኦቦሎታት ወል ጃለቹ እት ፉፋ። 2 ኬሱሞተ ስመቹ ህንእራንፈትና፤ ነሞትን ቶኮ ቶኮ አከሲን ኡቱ ህንቤክን ኤርገሞተ ዋቃ ስመተኒሩቲ። 3 ወረ መነ ህዻ ጅረን አከ ዋን እሳን ወጅን ህዸምተኒት፣ ወረ ዽጵነ ኬሰ ጅረንስ አከ ዋን ኦፊ ዽጰተኒት ያደዻ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Akka obbolootaatti wal jaallachuu itti fufaa. 2 Keessumoota simachuu hin irraanfatinaa; namoonni tokko tokko akkasiin utuu hin beekin ergamoota Waaqaa simataniiruutii. 3 Warra mana hidhaa jiran akka waan isaan wajjin hidhamtaniitti, warra dhiphina keessa jiranis akka waan ofii dhiphattaniitti yaadadhaa.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Akka obbolootaatti wal jaallachuu itti fufaa. 2 Keessumoota simachuu hin irraanfatinaa; namoonni tokko tokko akkasiin utuu hin beekin malaʼikkoota Allaaha simataniiruutii. 3 Warra mana hidhaa jiran akka waan isaan wajjin hidhamtaniitti, warra dhiphina keessa jiranis akka waan ofii dhiphattaniitti yaadadhaa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.