Pular para o conteúdo
Publicidade

እብሮተ 3:7,8,12,13,15

ONOCV New Oromo Contemporary Version

አኬከቺሰ አመንቲ ዸቡረት ኬነሜ

7 ከናፉ አኩመ ሀፉር ቁልቁሉን ጄዹ፦

"እስን ዮ ሀርአ ሰገሌሳ ዸጌሰን፣

8 አከ ዬሮ ቆሩምሳ ገሞጂ ኬሰት

ፍንጭሉን ጎተን ሰነ፣

መታ ህንጀባትና፤

12 ያ ኦቦሎተ፣ አከ እስን ኬሳ ነምን ቶኮዩ ገራ ሀማፊ ህንአመኔ ከን ዋቀ ጅራታራ ነመ ፈጌሱ ህንቀባትኔፍ ኦፍ ኤገዻ። 13 ገሩ እስን ኬሳ አከ ነምን ቶኮዩ ጎዎምሳ ጩቡቲን መተ ጀቤሰ ህንታኔፍ ኡቱ "ሀርአ" ጄዸማ ጅሩ ጉዩመ ጉያን ወል ጀጀቤሳ። 15 ኩንስ አኩመ፣

"እስን ዮ ሀርአ ሰገሌሳ ዸጌሰን፣

አከ ዬሮ ፍንጭላ ሰነ፣

መታ ህንጀባትና"3፥15 ፋር 95፥7፣8

ጄዸሜ በሬፈሜዸ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    7 Kanaafuu akkuma Hafuurri Qulqulluun jedhu:

    "Isin yoo harʼa sagalee isaa dhageessan,

    8 akka yeroo qorumsaa gammoojjii

    keessatti finciluun gootan sana,

    mataa hin jabaatinaa;

    12 Yaa obboloota, akka isin keessaa namni tokko iyyuu garaa hamaa fi hin amanne kan Waaqa jiraataa irraa nama fageessu hin qabaanneef of eeggadhaa. 13 Garuu isin keessaa akka namni tokko iyyuu gowwoomsaa cubbuutiin mata jabeessa hin taaneef utuu "Harʼa" jedhamaa jiruu guyyuma guyyaan wal jajjabeessaa. 15 Kunis akkuma,

    "Isin yoo harʼa sagalee isaa dhageessan,

    akka yeroo fincilaa sana,

    mataa hin jabaatinaa"3:15 Far 95:7,8

    jedhamee barreeffamee dha.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    7 Kanaafuu akkuma Hafuurri Qulqulluun jedhu:

    "Isin yoo harʼa sagalee isaa dhageessan,

    8 akka yeroo qorumsaa gammoojjii

    keessatti finciluun gootan sana,

    mataa hin jabaatinaa;

    12 Yaa obboloota, akka isin keessaa namni tokko iyyuu garaa hamaa fi hin amanne kan Allaah jiraataa irraa nama fageessu hin qabaanneef of eeggadhaa. 13 Garuu isin keessaa akka namni tokko iyyuu gowwoomsaa cubbuutiin mata jabeessa hin taaneef utuu "Harʼa" jedhamaa jiruu guyyuma guyyaan wal jajjabeessaa. 15 Kunis akkuma,

    "Isin yoo harʼa sagalee isaa dhageessan,

    akka yeroo fincilaa sana,

    mataa hin jabaatinaa"3:15 Zab 95:7,8

    jedhamee barreeffamee dha.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.