6 ሱራፌሎተ ኬሳ እን ቶኮ ጭሌ ቦበኡ ከን ቀብዱዻን እዶ ኣርሳራ ፉዼ ቶኮ ሀርከት ቀበቴ ገረኮት በርሴ። 7 እንስ ጭሌ ሰናን አፋንኮ ቱቄ፣ "እላል፣ ወን ኩን ህዺኬ ቱቄረ፤ በሌሳንኬ ስራ ፉዸሜረ፤ ጩቡንኬስ ሲፍ ዺፈሜረ" ጄዼ።
Publicidade
እሳያስ 6:6,7
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
6 Suraafeloota keessaa inni tokko cilee bobaʼu kan qabduudhaan iddoo aarsaa irraa fuudhe tokko harkatti qabatee gara kootti barrise. 7 Innis cilee sanaan afaan koo tuqee, "Ilaali, wanni kun hidhii kee tuqeera; balleessaan kee sirraa fuudhameera; cubbuun kees siif dhiifameera" jedhe.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
6 Suraafeloota keessaa inni tokko cilee bobaʼu kan qabduudhaan iddoo aarsaa irraa fuudhe tokko harkatti qabatee gara kootti barrise. 7 Innis cilee sanaan afaan koo tuqee, "Ilaali, wanni kun hidhii kee tuqeera; balleessaan kee sirraa fuudhameera; cubbuun kees siif dhiifameera" jedhe.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.