23 ዬሱስስ፣ "ኦቦሌስኬ ንከአ" ጄዼን።
24 ማርታንስ ዴብፍቴ፣ "አከ እን ዱኣ ከኡ ጉያ ዹማ ሰነት ከኡ አኑ ቤከ" ጄቴን።
25 ዬሱስሞ አከነ እሼዻን ጄዼ፤ "ዱኣ ከኡኒፊ ጅሬኝ አነ። ነምን ነት አመኑ ዮ ዱኤዩ ንጅራተ፤
23 ዬሱስስ፣ "ኦቦሌስኬ ንከአ" ጄዼን።
24 ማርታንስ ዴብፍቴ፣ "አከ እን ዱኣ ከኡ ጉያ ዹማ ሰነት ከኡ አኑ ቤከ" ጄቴን።
25 ዬሱስሞ አከነ እሼዻን ጄዼ፤ "ዱኣ ከኡኒፊ ጅሬኝ አነ። ነምን ነት አመኑ ዮ ዱኤዩ ንጅራተ፤
23 Yesuusis, "Obboleessi kee ni kaʼa" jedheen.
24 Maartaanis deebiftee, "Akka inni duʼaa kaʼuu guyyaa dhumaa sanatti kaʼu anuu beeka" jetteen.
25 Yesuus immoo akkana isheedhaan jedhe; "Duʼaa kaʼuu fi jireenyi ana. Namni natti amanu yoo duʼe iyyuu ni jiraata;
23 Iisaanis, "Obboleessi kee ni kaʼa" jedheen.
24 Maartaanis deebiftee, "Akka inni duʼaa kaʼuu guyyaa dhumaa sanatti kaʼu anuu beeka" jetteen.
25 Iisaan immoo akkana isheedhaan jedhe; "Duʼaa kaʼuu fi jireenyi ana. Namni natti amanu yoo duʼe iyyuu ni jiraata;
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.