23 Iisaanis, "Obboleessi kee ni kaʼa" jedheen.
24 Maartaanis deebiftee, "Akka inni duʼaa kaʼuu guyyaa dhumaa sanatti kaʼu anuu beeka" jetteen.
25 Iisaan immoo akkana isheedhaan jedhe; "Duʼaa kaʼuu fi jireenyi ana. Namni natti amanu yoo duʼe iyyuu ni jiraata;