Pular para o conteúdo
Publicidade

አቦቲ ሙርቲ 4:4,5

ONOCV New Oromo Contemporary Version

4 ዬሮ ሰነት ኒቲን ለፊዶት ዴቦራን ራጅቲን እስራኤልን ቡልቻ ቱርቴ። 5 እሼንስ ብየ ጋራ ኤፍሬምት ሙከ ሜጢ ዴቦራ ከን ራማፊ ቤትኤል ግዱት አርገሙ ሰነ ጀለ ቴሴ ሙርቲ ኬና ቱርቴ። ሰብን እስራኤልስ ሙርቲ አርገቹፍ ገረሼ ዹፋ ቱሬ።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    4 Yeroo sanatti niitiin Lafiidoot Debooraan raajittiin Israaʼelin bulchaa turte. 5 Isheenis biyya gaaraa Efreemitti Muka Meexxii Debooraa kan Raamaa fi Beetʼeel gidduutti argamu sana jala teessee murtii kennaa turte. Sabni Israaʼelis murtii argachuuf gara ishee dhufaa ture.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    4 Yeroo sanatti niitiin Lafiidoot Debooraan nabiiʼiyyittiin Israaʼelin bulchaa turte. 5 Isheenis biyya gaaraa Efreemitti Muka Meexxii Debooraa kan Raamaa fi Beetʼeel gidduutti argamu sana jala teessee murtii kennaa turte. Sabni Israaʼelis murtii argachuuf gara ishee dhufaa ture.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.