Pular para o conteúdo
Publicidade

Abbootii Murtii 4

4 Yeroo sanatti niitiin Lafiidoot Debooraan nabiiʼiyyittiin Israaʼelin bulchaa turte. 5 Isheenis biyya gaaraa Efreemitti Muka Meexxii Debooraa kan Raamaa fi Beetʼeel gidduutti argamu sana jala teessee murtii kennaa turte. Sabni Israaʼelis murtii argachuuf gara ishee dhufaa ture.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também