Pular para o conteúdo
Publicidade

ሉቃስ 12:16-21

ONOCV New Oromo Contemporary Version

16 እንስ አከነ ጄዼ ፈኬኘ ከነ እሳንት ህሜ፤ "ለፍት ቆቲሳ ነምቸ ሶሬሰ ቶኮ ምዻን ጉዳ ኬኔፍ። 17 ነምች ሱንስ፣ ‘አን ዋን ለፈን እት ምዻንኮ ገልፈዹ ህንቀብኔፍ ማል ጎቹ ናፍ ወየ?’ ጄዼ ገራሳት ያዴ።

18 "እንስ አከነ ጄዼ፤ ‘ወን አን ጎዹ ከነ፤ ጎምብሳኮ ዲጌ ጉዳሳ ነንእጃረዸ፤ ምዻንኮፊ ምአኮ ሁንደ አችን ኩፈዸ። 19 ሉቡኮቲንስ፣ "ያ ሉቡኮ፣ አት ዋን ጋሪ ሄዱ ከን ወጋ ባይኤፍ ኩፈሜ ቀብደ፤ ቦቆዹ፤ ኛዹ፤ ዹግ፤ ገመድስ" ነንጄዸ።’

20 "ዋቅን ገሩ፣ ‘ያ ጎውቸ፣ ኤደኑመ ሉቡኬ ስራ ፉዸቹ በርባዱ፤ ኤጋ ወን አት ወልት ቀበቴ ሱን ከን ኤኙ ተአ?’ ጄዼን።

21 "ከናፉ ነምን ኦፊሳቲፍ በዻዹማ ኩፈቴ ፉለ ዋቃ ዱረትሞ ህንሶሮምን ከምዩ አከሱመ ተአ።"

12፥22-31 ኩወፈ – ማቴ 6፥25-33

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    16 Innis akkana jedhee fakkeenya kana isaanitti hime; "Lafti qotiisaa namicha sooressa tokkoo midhaan guddaa kenneef. 17 Namichi sunis, ‘Ani waan lafan itti midhaan koo galfadhu hin qabneef maal gochuu naa wayya?’ jedhee garaa isaatti yaade.

    18 "Innis akkana jedhe; ‘Wanni ani godhu kana; gombisaa koo diigee guddaa isaa nan ijaarradha; midhaan koo fi miʼa koo hunda achittin kuufadha. 19 Lubbuu kootiinis, "Yaa lubbuu ko, ati waan gaarii hedduu kan waggaa baayʼeef kuufame qabda; boqodhu; nyaadhu; dhugi; gammadis" nan jedha.’

    20 "Waaqni garuu, ‘Yaa gowwicha, edanuma lubbuu kee sirraa fudhachuu barbaadu; egaa wanni ati walitti qabatte sun kan eenyuu taʼa?’ jedheen.

    21 "Kanaafuu namni ofii isaatiif badhaadhummaa kuufatee fuula Waaqaa duratti immoo hin sooromin kam iyyuu akkasuma taʼa."

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    16 Innis akkana jedhee fakkeenya kana isaanitti hime; "Lafti qotiisaa namicha sooressa tokkoo midhaan guddaa kenneef. 17 Namichi sunis, ‘Ani waan lafan itti midhaan koo galfadhu hin qabneef maal gochuu naa wayya?’ jedhee garaa isaatti yaade.

    18 "Innis akkana jedhe; ‘Wanni ani godhu kana; gombisaa koo diigee guddaa isaa nan ijaarradha; midhaan koo fi miʼa koo hunda achittin kuufadha. 19 Lubbuu kootiinis, "Yaa lubbuu ko, ati waan gaarii hedduu kan waggaa baayʼeef kuufame qabda; boqodhu; nyaadhu; dhugi; gammadis" nan jedha.’

    20 "Allaahan garuu, ‘Yaa gowwicha, edanuma lubbuu kee sirraa fudhachuu barbaadu; egaa wanni ati walitti qabatte sun kan eenyuu taʼa?’ jedheen.

    21 "Kanaafuu namni ofii isaatiif badhaadhummaa kuufatee fuula Allaaha duratti immoo hin sooromin kam iyyuu akkasuma taʼa."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.