28 "ሜ እስን ኬሳ ነምን ቶኮ ገሞ እጃረቹ በርባደ ሃጄኑ፤ ነምች ሱን ገሞ ሰነ እጃሬ ፍጡፍ ሆሪ ገኣ ቀባቹፊ ቀባቹ ባቹሳ ቤኩፍ ዱራን ዱርሴ ታኤ ገቲሳ ህንሄሬገቱ? 29 ዮ ከና አቺ ዮሙ እን ሁንዴ ካኤ ፍጡ ደዸቡት፣ ነሞትን አርገን ሁንድ እት ቆሱ። 30 እሳንስ፣ ‘ነምች ኩን እጃሩ ጀልቀቤ ፍጡ ደዸቤ’ ጄዹ።
ሉቃስ 14:28-30
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
28 "Mee isin keessaa namni tokko gamoo ijaarrachuu barbaada haa jennuu; namichi sun gamoo sana ijaaree fixuuf horii gaʼaa qabaachuu fi qabaachuu baachuu isaa beekuuf duraan dursee taaʼee gatii isaa hin herregatuu? 29 Yoo kanaa achii yommuu inni hundee kaaʼee fixuu dadhabutti, namoonni argan hundi itti qoosu. 30 Isaanis, ‘Namichi kun ijaaruu jalqabee fixuu dadhabe’ jedhu.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.