Pular para o conteúdo
Publicidade

ሉቃስ 18:1,7,8

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ፈኬኘ ሃዸ ህዬሳ ቶኮ

1 ዬሱስስ አከ እሳን ዬሮ ሁንደ ከዸቹ ቀበኒፊ አከ እሳን አብዲ ህንኩተትኔ እሳን በርሲሱፍ ጄዼ ፈኬኘ ቶኮ በረቶተሳት ህሜ።

7 ዋቅንሞ ፍለተምቶተሳ ወረ ሀልከኒ ጉያ ገረሳት እየተኒፍ ሙርቲ ቀጄላ ህንኬኑ? እሳን ዱራ ቱርሳሬ? 8 አን እስንትን ህመ፤ እን ደፌ ሙርቲ ቀጄላ ኬናፍ፤ ገሩ እልም ነማ ጋፈ ዹፉ ለፈረት አመንቲ ንአርገታ?"

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Yesuusis akka isaan yeroo hunda kadhachuu qabanii fi akka isaan abdii hin kutanne isaan barsiisuuf jedhee fakkeenya tokko barattoota isaatti hime.

    7 Waaqni immoo filatamtoota isaa warra halkanii guyyaa gara isaatti iyyataniif murtii qajeelaa hin kennuu? Isaan duraa tursaa ree? 8 Ani isinittin hima; inni dafee murtii qajeelaa kennaaf; garuu Ilmi Namaa gaafa dhufu lafa irratti amantii ni argataa?"

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Iisaanis akka isaan yeroo hunda duʼaa gochuu qabanii fi akka isaan abdii hin kutanne isaan barsiisuuf jedhee fakkeenya tokko barattoota isaatti hime.

    7 Allaahan immoo filatamtoota isaa warra halkanii guyyaa gara isaatti iyyataniif murtii qajeelaa hin kennuu? Isaan duraa tursaa ree? 8 Ani isinittin hima; inni dafee murtii qajeelaa kennaaf; garuu Ilmi Namaa gaafa dhufu lafa irratti amantii ni argataa?"

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.