47 ከናፉ አን ስትን ህመ፤ ሰበቢ ጃለልሼ ጉዳ ተኤፍ ጩቡንሼ ባይኤን ሱን እሼፍ ዺፈሜረ። ከን ጥኖን ዺፈሜፍ ገሩ ጃለልሳ ጥኖዸ።"
48 ዬሱስስ ዱበርትቲዻን፣ "ጩቡንኬ ሲፍ ዺፈሜረ" ጄዼ።

47 Kanaafuu ani sittin hima; sababii jaalalli ishee guddaa taʼeef cubbuun ishee baayʼeen sun isheef dhiifameera. Kan xinnoon dhiifameef garuu jaalalli isaa xinnoo dha."
48 Yesuusis dubartittiidhaan, "Cubbuun kee siif dhiifameera" jedhe.
47 Kanaafuu ani sittin hima; sababii jaalalli ishee guddaa taʼeef cubbuun ishee baayʼeen sun isheef dhiifameera. Kan xinnoon dhiifameef garuu jaalalli isaa xinnoo dha."
48 Iisaanis dubartittiidhaan, "Cubbuun kee siif dhiifameera" jedhe.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.