Pular para o conteúdo
Publicidade

ማርቆስ 10:47,51

ONOCV New Oromo Contemporary Version

47 በርጤሜዎስስ ዮሙ አከ እን ዬሱስ እሰ ናዝሬት ተኤ ዸገኤት፣ "ዬሱስ፣ ያ እልመ ዳዊት ነ ማር!" ጄዼ እዩ ጀልቀቤ።

51 ዬሱስስ፣ "አከ አን ማል ሲፍ ጎዹ በርባደ?" ጄዼ እሰ ጋፈቴ።

ነምች ጃማን ሱንስ፣ "ያ በርሲሳ፣ አን አርጉን በርባደ" ጄዼን።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    47 Barxiimewosis yommuu akka inni Yesuus isa Naazreeti taʼe dhagaʼetti, "Yesuus, yaa ilma Daawit na maari!" jedhee iyyuu jalqabe.

    51 Yesuusis, "Akka ani maal siif godhu barbaadda?" jedhee isa gaafate.

    Namichi jaamaan sunis, "Yaa barsiisaa, ani arguun barbaada" jedheen.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    47 Barxiimewosis yommuu akka inni Iisaa isa Naazreeti taʼe dhagaʼetti, "Iisaa, yaa ilma Daawud na maari!" jedhee iyyuu jalqabe.

    51 Iisaanis, "Akka ani maal siif godhu barbaadda?" jedhee isa gaafate.

    Namichi jaamaan sunis, "Yaa barsiisaa, ani arguun barbaada" jedheen.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.