47 Barxiimewosis yommuu akka inni Iisaa isa Naazreeti taʼe dhagaʼetti, "Iisaa, yaa ilma Daawud na maari!" jedhee iyyuu jalqabe.
51 Iisaanis, "Akka ani maal siif godhu barbaadda?" jedhee isa gaafate.
Namichi jaamaan sunis, "Yaa barsiisaa, ani arguun barbaada" jedheen.