37 ዬሱስስ አከነ ጄዼን፤ "ዋቀኬ ጎፍትቸ ገራኬ ጉቱዻን፣ ሉቡኬ ጉቱዻን፣ ያደኬ ጉቱዻን ጃለዹ።22፥37 ኬዴ 6፥5 38 ኩንስ አጀጀ ጀልቀባቲፊ ጉድቸ። 39 አጀጅን ለመፋንስ እሱመ ፈካተ፦ ‘ኦላኬ አኩመ ኦፊኬቲት ጃለዹ’22፥39 ሌዎ 19፥18 ጄዸ።
Publicidade
ማቴዎስ 22:37-39
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
37 Yesuusis akkana jedheen; "Waaqa kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan jaalladhu.22:37 KeD 6:5 38 Kunis ajaja jalqabaatii fi guddicha. 39 Ajajni lammaffaanis isuma fakkaata: ‘Ollaa kee akkuma ofii keetiitti jaalladhu’22:39 Lew 19:18 jedha.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
37 Iisaanis akkana jedheen; "Allaah kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan jaalladhu.22:37 KeD 6:5 38 Kunis ajaja jalqabaatii fi guddicha. 39 Ajajni lammaffaanis isuma fakkaata: ‘Ollaa kee akkuma ofii keetiitti jaalladhu’22:39 Lew 19:18 jedha.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.