Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 22

37 Iisaanis akkana jedheen; "Allaah kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan jaalladhu.22:37 KeD 6:5 38 Kunis ajaja jalqabaatii fi guddicha. 39 Ajajni lammaffaanis isuma fakkaata: Ollaa kee akkuma ofii keetiitti jaalladhu22:39 Lew 19:18 jedha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também