18 ዬሱስሞ እሳንት ዽኣቴ አከነ ጄዼ፤ "ታይታን ሁንድኑ ሰሚፊ ለፈረት ናፍ ኬነሜረ። 19 ከናፍ ዸቃቲ ሰበ ሁንዱማ መቃ አባት፣ መቃ እልማት፣ መቃ ሀፉረ ቁልቁሉትስ ጩጳቲ በረቶተ ታስሳ፤
Publicidade
ማቴዎስ 28:18,19
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
18 Yesuus immoo isaanitti dhiʼaatee akkana jedhe; "Taayitaan hundinuu samii fi lafa irratti naa kennameera. 19 Kanaaf dhaqaatii saba hundumaa maqaa Abbaatti, maqaa Ilmaatti, maqaa Hafuura Qulqulluuttis cuuphaatii barattoota taasisaa;
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
18 Iisaan immoo isaanitti dhiʼaatee akkana jedhe; "Taayitaan hundinuu shamaayʼunii fi lafa irratti naa kennameera. 19 Kanaaf dhaqaatii saba hundumaa maqaa Abbaatti, maqaa Ilmaatti, maqaa Hafuura Qulqulluuttis cuuphaatii barattoota taasisaa;
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.