18 Iisaan immoo isaanitti dhiʼaatee akkana jedhe; "Taayitaan hundinuu shamaayʼunii fi lafa irratti naa kennameera. 19 Kanaaf dhaqaatii saba hundumaa maqaa Abbaatti, maqaa Ilmaatti, maqaa Hafuura Qulqulluuttis cuuphaatii barattoota taasisaa;
Publicidade