Pular para o conteúdo
Publicidade

ማቴዎስ 7:7-11

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ከዸዻ፣ በርባዳ፣ በልበለ ሩሩኩታ

7 "ከዸዻ፣ እስኒፍ ንኬነማ፤ በርባዳ፣ ንአርገቱ፤ ሩሩኩታ፣ በልበል እስኒፍ ንበነማ። 8 ነምን ከዸቱ ሁንድ ንአርገታቲ፤ ነምን በርባዱ ንአርገተ፤ ነመ ሩሩኩቱፍስ በልበል ንበነመ።

9 "እስን ኬሳ ነምን ዮ እልምሳ ቡዴነ እሰ ከዸቴ፣ ዸጋ ኬኑፍ ኤኙ? 10 ዮካን ዮ እን ቁርጡሚ እሰ ከዸቴ፣ ቦፈ ኬኑፍ ኤኙ? 11 ኤርገ እስን ወር ሀሞንዩ ኬና ጋሪ እጆሌኬሰኒፍ ኬኑ ቤክተኒ፣ አባንኬሰን እን ሰሚራሞ ሀመም ጫልችሴ ወረ እሰ ከዸተኒፍ ኬና ጋሪ ሃኬኑሬ!

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    7 "Kadhadhaa, isiniif ni kennamaa; barbaadaa, ni argattuu; rurrukutaa, balballi isiniif ni banamaa. 8 Namni kadhatu hundi ni argataatii; namni barbaadu ni argata; nama rurrukutuufis balballi ni banama.

    9 "Isin keessaa namni yoo ilmi isaa buddeena isa kadhate, dhagaa kennuuf eenyu? 10 Yookaan yoo inni qurxummii isa kadhate, bofa kennuuf eenyu? 11 Erga isin warri hamoon iyyuu kennaa gaarii ijoollee keessaniif kennuu beektanii, abbaan keessan inni samii irraa immoo hammam caalchisee warra isa kadhataniif kennaa gaarii haa kennuu ree!

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    7 "Kadhadhaa, isiniif ni kennamaa; barbaadaa, ni argattuu; rurrukutaa, balballi isiniif ni banamaa. 8 Namni kadhatu hundi ni argataatii; namni barbaadu ni argata; nama rurrukutuufis balballi ni banama.

    9 "Isin keessaa namni yoo ilmi isaa buddeena isa kadhate, dhagaa kennuuf eenyu? 10 Yookaan yoo inni qurxummii isa kadhate, bofa kennuuf eenyu? 11 Erga isin warri hamoon iyyuu kennaa gaarii ijoollee keessaniif kennuu beektanii, abbaan keessan inni shamaayʼun irraa immoo hammam caalchisee warra isa kadhataniif kennaa gaarii haa kennuu ree!

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.