Pular para o conteúdo
Publicidade

ነህምያ 2:4,5

ONOCV New Oromo Contemporary Version

4 ሞትችስ፣ "አከ አን ማል ሲፍ ጎዹ በርባደ?" ናን ጄዼ።

ከናፉ አን ዋቀ ሰሚ ከዸዼን 5 አከነ ጄዼ ሞትቻፍ ነንዴብሴ፤ "ዮ ወን ኩን ሞትቸ ገመቺሴ ገርብችኬ ፉለኬ ዱረት ሱራ አርገቴ፣ አከ አን መጋለቲ ዴብሴ እጃሩፍ ገረ ይሁዳ፣ ገረ መጋላ አቦቲንኮ እት አዋለመንት ነ ኤርግ።"

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    4 Mootichis, "Akka ani maal siif godhu barbaadda?" naan jedhe.

    Kanaafuu ani Waaqa samii kadhadheen 5 akkana jedhee mootichaaf nan deebise; "Yoo wanni kun mooticha gammachiisee garbichi kee fuula kee duratti surraa argate, akka ani magaalattii deebisee ijaaruuf gara Yihuudaa, gara magaalaa abbootiin koo itti awwaalamanitti na ergi."

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    4 Mootichis, "Akka ani maal siif godhu barbaadda?" naan jedhe.

    Kanaafuu ani Allaah shamaayʼun duratti duʼaa godhadheen 5 akkana jedhee mootichaaf nan deebise; "Yoo wanni kun mooticha gammachiisee garbichi kee fuula kee duratti surraa argate, akka ani magaalattii deebisee ijaaruuf gara Yihuudaa, gara magaalaa abbootiin koo itti qabbaramanitti na ergi."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.