Pular para o conteúdo
Publicidade

Nahimiyaa 2

4 Mootichis, "Akka ani maal siif godhu barbaadda?" naan jedhe.

Kanaafuu ani Allaah shamaayʼun duratti duʼaa godhadheen 5 akkana jedhee mootichaaf nan deebise; "Yoo wanni kun mooticha gammachiisee garbichi kee fuula kee duratti surraa argate, akka ani magaalattii deebisee ijaaruuf gara Yihuudaa, gara magaalaa abbootiin koo itti qabbaramanitti na ergi."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também