Pular para o conteúdo
Publicidade

ለኮብሰ 12:1-3,8

ONOCV New Oromo Contemporary Version

ማርያሚፊ አሮን ሙሴዻን ሞርመን

1 ሚርያሚፊ አሮን ሰበቢ ሙሴን ዱበርቲ እቶጵያ ፉዼፍ እሳን ሞርሙዻን ዱበቹ ጀልቀበን፤ እን ዱበርቲ እቶጵያ ፉዼ ቱሬቲ። 2 እሳንስ፣ "ዋቀዮ ከራ ሙሴ ቆፋን ዱበቴ? እን ከራኬኛንስ ዱበቴ ቱሬ ምቲ?" ጄዸን። ዋቀዮስ ዱቢ ከነ ዸገኤ።

3 ሙሴን ነሞተ ለፈረ ጅራተን ሁንደ ጫላ ነመ አከ መሌ ገድ ኦፍ ቀቡ ቱሬ።

8 አን ኡቱ ዾክሳዻን ህንተእን፣

እፋን እፈት እሰት ነንዱበዸ፤

እን ብፈ ዋቀዮ ንአርገ።

ዮስ እስን ማሊፍ

ገርብቸኮ ሙሴዻን ሞርሙዻን ዱበቹ ህንሶዳትኔሬ?"

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Miiriyaamii fi Aroon sababii Museen dubartii Itoophiyaa fuudheef isaan mormuudhaan dubbachuu jalqaban; inni dubartii Itoophiyaa fuudhee tureetii. 2 Isaanis, "Waaqayyo karaa Musee qofaan dubbatee? Inni karaa keenyaanis dubbatee ture mitii?" jedhan. Waaqayyos dubbii kana dhagaʼe.

    3 Museen namoota lafa irra jiraatan hunda caalaa nama akka malee gad of qabu ture.

    8 Ani utuu dhoksaadhaan hin taʼin,

    ifaan ifatti isatti nan dubbadha;

    inni bifa Waaqayyoo ni arga.

    Yoos isin maaliif

    garbicha koo Museedhaan mormuudhaan dubbachuu hin sodaanne ree?"

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Miiriyaamii fi Haaruun sababii Muusaan dubartii Itoophiyaa fuudheef isaan mormuudhaan dubbachuu jalqaban; inni dubartii Itoophiyaa fuudhee tureetii. 2 Isaanis, "Rabbii Allaahan karaa Muusaa qofaan dubbatee? Inni karaa keenyaanis dubbatee ture mitii?" jedhan. Rabbii Allaahanis dubbii kana dhagaʼe.

    3 Muusaan namoota lafa irra jiraatan hunda caalaa nama akka malee gad of qabu ture.

    8 Ani utuu dhoksaadhaan hin taʼin,

    ifaan ifatti isatti nan dubbadha;

    inni bifa Rabbii Allaah ni arga.

    Yoos isin maaliif

    garbicha koo Muusaadhaan mormuudhaan dubbachuu hin sodaanne ree?"

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.