Pular para o conteúdo
Publicidade

ለኮብሰ 4:5,15,24,31

ONOCV New Oromo Contemporary Version

5 ዮሙ ቁበን ዴሙፍ ከኡት አሮኒፊ እልማንሳ ኦል ገለኒ ጎልጋ ደኤሱ ሰነ ገድ ሃቡሰን፤ ጎልጋ ሰናንስ ታቦተ ከኩ ሴራት ሃሀጉገን።

15 "ኤርገ አሮኒፊ እልማንሳ ሜሻወን ቁልቁሉ ሰናፊ ምአ ቁልቁሉ ሁንደ ሀጉገኒ ፍጠኒ ቦዴ ዬሮ ቁበን ሱን ጎዳኑፍ ከኡት ቆሃቶትን ምአ ከነ ባቹዻፍ ሃዹፈን። እሳን ገሩ ምአ ቁልቁሉ ሰነ ህንቱቅን፤ ዮ ቱቀን ንዱኡቲ። ቆሃቶትን ዋን ዱንካነ ወል ገኢ ኬሰ ጅሩ ሁንደ ሃባተን።

24 "ተጃጅል በልበለወን ጌርሾኖታ ሆጂ ሆጄቹፊ በኣ ባቹዻን ተጃጅለን ከናዸ፦

31 ወን እሳን ዬሮ ሆጂ ዱንካነ ወል ገኢ ሆጄተንት ጎዸን ከናዸ፦ ኩንስ ቱጌወን ዱንካነ ቁልቁሉ፣ ደገሌወንሳ፣ ኡቱቦታፊ ሚለወንሳኒ፣

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    5 Yommuu qubanni deemuuf kaʼutti Aroonii fi ilmaan isaa ol galanii golgaa daʼeessu sana gad haa buusan; golgaa sanaanis taabota kakuu seeraatti haa haguugan.

    15 "Erga Aroonii fi ilmaan isaa meeshaawwan qulqulluu sanaa fi miʼa qulqulluu hunda haguuganii fixanii booddee yeroo qubanni sun godaanuuf kaʼutti Qohaatonni miʼa kana baachuudhaaf haa dhufan. Isaan garuu miʼa qulqulluu sana hin tuqin; yoo tuqan ni duʼuutii. Qohaatonni waan dunkaana wal gaʼii keessa jiru hunda haa baatan.

    24 "Tajaajilli balbalawwan Geershoonotaa hojii hojjechuu fi baʼaa baachuudhaan tajaajilan kanaa dha:

    31 Wanni isaan yeroo hojii dunkaana wal gaʼii hojjetanitti godhan kanaa dha: kunis tuggeewwan dunkaana qulqulluu, dagaleewwan isaa, utubootaa fi miillawwan isaanii,

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    5 Yommuu qubanni deemuuf kaʼutti Haaruunii fi ilmaan isaa ol galanii golgaa daʼeessu sana gad haa buusan; golgaa sanaanis taabota kakuu seeraatti haa haguugan.

    15 "Erga Haaruunii fi ilmaan isaa meeshaawwan qulqulluu sanaa fi miʼa qulqulluu hunda haguuganii fixanii booddee yeroo qubanni sun godaanuuf kaʼutti Qohaatonni miʼa kana baachuudhaaf haa dhufan. Isaan garuu miʼa qulqulluu sana hin tuqin; yoo tuqan ni duʼuutii. Qohaatonni waan dunkaana wal gaʼii keessa jiru hunda haa baatan.

    24 "Tajaajilli balbalawwan Geershoonotaa hojii hojjechuu fi baʼaa baachuudhaan tajaajilan kanaa dha:

    31 Wanni isaan yeroo hojii dunkaana wal gaʼii hojjetanitti godhan kanaa dha: kunis tuggeewwan dunkaana qulqulluu, dagaleewwan isaa, utubootaa fi miillawwan isaanii,

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.