Pular para o conteúdo
Publicidade

ያቆብ 1:12-15

ONOCV New Oromo Contemporary Version

12 ነምን ቆሩምሰ ኦብሱ ኤብፈማዸ፤ እን ዮሙ ቆረሜት ጀባቴ ዋን ዻበቴፍ ጎንፎ ጅሬኛ ከን ዋቅን ወረ እሰ ጃለተኒፍ ዋዳ ገሌ ሰነ ንአርገታቲ።

13 ነምን ከምዩ ዮሙ ቆረሙት፣ "ዋቀቱ ነ ቆራ ጅረ" ህንጄዽን። ዋቅን ሀማዻን ህንቆረሙቲ፤ እንስ ነመ ቶኮሌ ህንቆሩ፤ 14 ቶኮን ቶኮን ነማ ገሩ ዮሙ ሀዊ ኦፊሳ ሀማ ሰናን ሀርክፈሜ ጎዎምፈሙት ቆረመ። 15 ሀዊንስ ዮሙ ኡልፎፍቴት ጩቡ ዸልት፤ ጩቡንሞ ዮሙ ጉቱማን ጉቱት ጉደቴት ዱአ ዸልት።

Em outras traduções

  1. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    12 Namni qorumsa obsu eebbifamaa dha; inni yommuu qorametti jabaatee waan dhaabateef gonfoo jireenyaa kan Waaqni warra isa jaallataniif waadaa gale sana ni argataatii.

    13 Namni kam iyyuu yommuu qoramutti, "Waaqatu na qoraa jira" hin jedhin. Waaqni hamaadhaan hin qoramuutii; innis nama tokko illee hin qoru; 14 tokkoon tokkoon namaa garuu yommuu hawwii ofii isaa hamaa sanaan harkifamee gowwoomfamutti qorama. 15 Hawwiinis yommuu ulfooftetti cubbuu dhalti; cubbuun immoo yommuu guutumaan guutuutti guddattetti duʼa dhalti.

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    12 Namni qorumsa obsu eebbifamaa dha; inni yommuu qorametti jabaatee waan dhaabateef gonfoo jireenyaa kan Allaahan warra isa jaallataniif waadaa gale sana ni argataatii.

    13 Namni kam iyyuu yommuu qoramutti, "Allaahatu na qoraa jira" hin jedhin. Allaahan hamaadhaan hin qoramuutii; innis nama tokko illee hin qoru; 14 tokkoon tokkoon namaa garuu yommuu hawwii ofii isaa hamaa sanaan harkifamee gowwoomfamutti qorama. 15 Hawwiinis yommuu ulfooftetti cubbuu dhalti; cubbuun immoo yommuu guutumaan guutuutti guddattetti duʼa dhalti.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.