Pular para o conteúdo
Publicidade

Família de Deus

Por Bíblia Online

A família de Deus transcende laços de sangue. Em Cristo, somos adotados como filhos, irmãos uns dos outros e membros de uma família eterna — a Igreja.

Adotados por Deus

Recebemos o espírito de adoção pelo qual clamamos: Abba, Pai! Se filhos, também herdeiros — herdeiros de Deus e co-herdeiros com Cristo.

Isin Ayyaana ilmoomaa ka, «Abba’a! Abbaa keenna!» jettanee waantanuun fudhattane malee, soda’aan akka leetanuuf ayyaana ammalle isin garboonsu hin fudhanne. Ayyaanni Waaqaatuu ayyaana keenna woliin wolii galee, nuuti ijoollee Waaqaa akka teene dhugaa baya. Maarre ijoollee Waaqaa eega teene, isa hin dhaalla; Kiristoos wolille’een hin dhaalla; amma rakkinna Kiristoosii eega qoodanne, ulfinna isaalle hin qoodanna.

Barri murtaye sun yennaa geye, Waaqi Ilma ifii nuuf erge. Inni dubartii irraa dhalatee, Seera jalatti bule. Inni worra Seera jala jiru wodee, ilmaan Waaqaa nu godhiisaaf tana godhe.

Isin ilmaan isaa waan teetaneef, Waaqi Ayyaana Ilma ifii ka, «Abbaa, Abbaa» jedhee waamu gara keessa keennaa ergeera. Maarre yoona, ati ilma malee garbichaa moti; ilma eega teete, Waaqi akka dhaaltu si godheera.

Ijoollee Waaqaa

Kiristoos Yesuusitti dhugeeffatiisaan, isin martinuu ijoollee Waaqaa ti. Isin worri Kiristoos woliin tokko te’iisaaf cuuphantane maraa, Kiristoos akka woya’aa uffattaneertan. Karaa Kiristoos Yesuusiitiin, isin martinuu tokko waan teetaneef, worra Yihudi’iitii fi Giriikii, garbichaa fi ka garbicha hin te’in, dhiiraa fi dubartii oddu’utti garaagarummaan hin jirtu.

karaa Yesuus Kiristoosiitiin ijoollee ifii akka nu godhatuuf Waaqi akka fedhaa fi halchaa ifii dansa’aatitti duruu murteesseera. Badhaadhi isaa ulfaataan, ka inni Ilma ifii jaalatama’aan tola nuuf kenne, akka galateeffamuuf tana godhe.

Jaalala Kiristoosii

Waan kanaaf ani Abbaa duratti jilbiiffadha. Maatiin ol-gubbaa jirtuu fi lafa irra jirtu marti maqaa dhuga’aa Waaqa biraa fudhatti.

Te’uu malee, worra isa fudhatee itti dhugeeffate maraaf, akka ijoollee Waaqaa te’anuuf midda kenne. Isaan Waaqa irraa dhalatane malee, fedha dhiiraa irraa yookiin fedha foonii irraa yookiin fedha dhiigaa irraa hin dhalanne.

A comunidade de fé

Não abandonem a congregação. Somos um corpo em Cristo, membros uns dos outros, chamados a amar e a servir.

Yennaa mara wolitti qabamaa wol jajjabeessinuuti malee, akkuma worri gariin lakkisiisa barate, wolitti qabamiisa me lakkinnuu ti; guyyaan dhufiisa Gootta’aa akka dhikaate qaabataa waan kana irra caalaa godha’a.

Waaqi akka ijoollee ifiititti waan isin ilaaluuf, rakkoo adabbi’ii ossadha’a! Ilmi abbaan hin adabane kam inni? Adabbii ijoolleen fudhattu maraa isinille yoo hin fudhanne, isin baana malee ijoolle’ee moti. Kana maleelle nuuti martinuu abbootii nu adabanu qanna; nuutille isaan hin ulfeessina. Akka jiru’uun leenuuf irra caalaa Abbaa keenna ka ayyaanaatiif ajajamu’uu mallee motii ree? Abbootiin teenna yennaa diqqo’oof akkuma dansaa fakkaattee isaanitti mudhattetti nu adabane; Waaqi ammoo akka nuuti woyyummaa isaa qoodannuuf, bu’aa teennaaf nu adaba.

Maarre nuutille, adoo hedduu teenee jirruu, Kiristoosiin nafa tokkocha; mitikoota nafa tokkochaa akkuma teenetti wol qabanneerra.

Qooda nafaa keessaa tokko yoo rakkate, ka hafanelle isa woliin rakkatan; isaan keessaa tokko ulfinna yoo dhaggate, ka hafanelle isuma san woliin gammadan.

Tanaaf, isin worri Yihudoota hin te’in haganaa achi orma yookiin alaga’aa moti; isin amma miseensota maatii Waaqaatii fi kolbaa Waaqaatiin woliin nama biyya tokkoo ti. Isinille hundee ergantootii fi raagoti hundeessan irratti ijaarantaneertan; dhakaan roga qaccee ijaarsaalle Kiristoos Yesuus. Kiristoos Yesuusiin ijaarsi duudiin wolitti qabamee, Galma Waaqaa woyyicha te’iisaaf Gootta’aan guddata. Isinille isumaan worra dhibii woliin addee Waaqi Ayyaana ifiitiin jiraatu te’iisaan ijaaramiisatti jirtan.

Quem é minha família?

Jesus disse: quem faz a vontade de Deus, esse é meu irmão e irmã. A família de Deus inclui todos os que creem.

Yesuus deebisee, «Haati tiyyaa fi obboleeyyan tiyya eennu fa’a?» isaaniin jedhe. Inni gara worra isa marsee te’eeru midhatee, «Kunoo, haati tiyyaa fi obboleeyyan tiyya worra as jiranu kana! Fedhii Waaqaa ka muummessu eennuuyyuu obboleessa kiyya, obboleettii tiyya, haadha tiyyalle’e» jedhe.

Garbichi yennaa mara maatii goottaa ifii woliin hin le’u; ilmi ammoo yennaa mara maatii san woliin le’a.

Yesuus isaaniin, «Waaqi dhugumaan Abbaa keessan adoo te’e, ani waan Waaqa biraa dhufee amma as jiruuf, na hin jaalattaniiyyu. Isatti na erge malee, ani baallii tiyyaan hin dhunne.

Akka Dhugeeffattoota Itti Qabatanu

Jaarsa akka abba’aatitti gorsi malee hin xixin; dargaggageeyyii dhiiraa ammoo akka obboleeyyaniititti qabadhu; jaartii akka haadhaatitti, dubartii ka’ima akka obboleettii tiru’uu yaada qullu’uun qabadhu.

Ijoollee Waaqaa

Ijoollee Waaqaa jedhannee akka waammannuuf, Abbaan attam guddisee akka nu jaalate ilaala’a! Maarre nuutille ijoollee isaa ti. Biyyi lafaa Waaqa waan hin beenneef, nu hin beettu. Jaalota tiyya! Nuuti ijoollee Waaqaa ti; duuba maan akka teenu haga ammaatitti beekkamee hin jiru. Te’uu malee yennaa Kiristoos deebi’ee dhufu akkuma inni jiruun waan isa dhagginuuf, akka isaa akka teenu hin beenna.

Maarre yennaa daguu dhagganne maratti, nama maraaf, keessattuu worra dhugeeffannaa keessa jiruuf, waan dansaa goonuu ti.

Seja o primeiro