Força
O Senhor é a nossa força. A Bíblia está repleta de promessas para os que se sentem fracos, cansados ou sobrecarregados. Deus fortalece, sustenta e renova os que confiam nele.
O Senhor é minha força
O Senhor é minha força e meu escudo; nele meu coração confia. Ele é a fortaleza da minha vida — de quem me recearei?
Waaqayyo jabina koo fi gaachana koo ti;
garaan koo isa amanata; anis gargaarsa argadheera.
Garaan koo baayʼee gammada;
anis faarfannaadhaan isa nan galateeffadha.
Waaqayyo jabina koo fi gaachana koo ti;
garaan koo isa amanata; anis gargaarsa argadheera.
Garaan koo baayʼee gammada;
anis faarfannaadhaan isa nan galateeffadha.
Waaqayyo jabina koo fi gaachana koo ti;
garaan koo isa amanata; anis gargaarsa argadheera.
Garaan koo baayʼee gammada;
anis faarfannaadhaan isa nan galateeffadha.
Waaqayyo jabina saba isaa ti;
dibamaa isaatiifis daʼoo fayyinaa ti.
Waaqayyo ibsaa kootii fi fayyina koo ti;
ani eenyunan sodaadha?
Waaqayyo daʼoo jireenya kootii ti;
eenyutu na sodaachisa?
Anis biyya jiraattotaa keessatti
gaarummaa Waaqayyoo akkan argu
amma iyyuu nan amana.
Waaqayyoon eeggadhu;
cimi; jabaadhus;
Waaqayyoon eeggadhu.
Waaqayyoon eeggadhu;
cimi; jabaadhus;
Waaqayyoon eeggadhu.
Waaqayyo jabina kootii fi faarfannaa koo ti;
inni fayyina koo taʼeera.
Yaa Waaqayyo jabina ko, ani sin jaalladha.
Waaqayyo kattaa koo, daʼannoo kootii fi oolchaa koo ti;
Waaqni koo kattaa koo kan ani kooluu itti galuu dha;
inni gaachana kootii fi gaanfa fayyina koo ti; daʼannoo koo cimaa dha.
Ani gargaarsa keetiin loltoota dhiibbadhee nan deema;
Waaqa kootiinis dallaa utaaluu nan dandaʼa.
Waaqayyo malee Waaqni eenyu?
Waaqa keenya malees kattaan eenyu?
Renovar as forças
Os que esperam no Senhor renovam as forças. Sobem com asas como águias, correm e não se cansam, caminham e não se fatigam.
Warri Waaqayyoon abdatan garuu
humna isaanii ni haaromfatu.
Isaan akkuma risaa qoochoodhaan barrisu;
ni fiigu; hin dadhaban;
ni deemu; hin bututan.
Warri Waaqayyoon abdatan garuu
humna isaanii ni haaromfatu.
Isaan akkuma risaa qoochoodhaan barrisu;
ni fiigu; hin dadhaban;
ni deemu; hin bututan.
Warri Waaqayyoon abdatan garuu
humna isaanii ni haaromfatu.
Isaan akkuma risaa qoochoodhaan barrisu;
ni fiigu; hin dadhaban;
ni deemu; hin bututan.
Inni dadhabdootaaf jabina kenna;
nama laafaaf immoo humna dabala.
Inni dadhabdootaaf jabina kenna;
nama laafaaf immoo humna dabala.
Inni dadhabdootaaf jabina kenna;
nama laafaaf immoo humna dabala.
Kanaafuu ati hin sodaatin; ani si wajjin jiraatii;
hin raafamin; ani Waaqa keetii.
Ani sin jabeessa; sin gargaaras;
ani harka koo mirgaa qajeelaa sanaan hirkisee ol sin qaba.
Kanaafuu ati hin sodaatin; ani si wajjin jiraatii;
hin raafamin; ani Waaqa keetii.
Ani sin jabeessa; sin gargaaras;
ani harka koo mirgaa qajeelaa sanaan hirkisee ol sin qaba.
Kanaafuu ati hin sodaatin; ani si wajjin jiraatii;
hin raafamin; ani Waaqa keetii.
Ani sin jabeessa; sin gargaaras;
ani harka koo mirgaa qajeelaa sanaan hirkisee ol sin qaba.
"Hiyyeeyyii fi rakkattoonni bishaan barbaadu;
garuu homaa hin argatan;
arrabni isaanii dheebuudhaan goggogeera.
Ani Waaqayyo garuu deebii nan kennaaf;
ani Waaqni Israaʼel jara hin gatu.
Ati hiyyeeyyiif lafa itti baqatan,
rakkataaf immoo dhiphina isaa keessatti daʼoo,
bubbee hamaa jalaa iddoo itti baqatu,
hoʼa jalaa immoo iddoo itti qabbaneeffatu turte.
Hafuurri gara jabeeyyiin baafatan,
akkuma bubbee hamaa dallaa dhagaa dhaʼuutii fi
akka ani warra Xiyoon keessatti gaddaniif arjoomee,
qooda daaraa miidhagina,
qooda booʼichaa, zayitii gammachuu,
qooda abdii kutachuu immoo,
wayyaa galataa kennuuf na erge.
Isaanis qilxuu qajeelummaa, biqiltuu Waaqayyo,
kan inni ittiin kabajamu jedhamanii waamaman.
Tudo posso em Cristo
Tudo posso naquele que me fortalece. Deus dá poder ao cansado e multiplica as forças dos que não têm vigor.
Ani isa humna naa kennu sanaan waan hunda gochuu nan dandaʼa.
Ani isa humna naa kennu sanaan waan hunda gochuu nan dandaʼa.
Ani isa humna naa kennu sanaan waan hunda gochuu nan dandaʼa.
inni hojii gaarii isin keessatti jalqabe sun hamma guyyaa Kiristoos Yesuusitti akka raawwatu nan amana.
Inni garuu, "Ayyaanni koo si gaʼa; humni koo dadhabbii keessatti guutuu taʼaatii" naan jedhe. Kanaafuu humni Kiristoos akka narra boqotuuf waaʼee dadhabbii kootii caalchisee gammaduudhaan akka malee nan boona. Ani waaʼee Kiristoosiif jedhee dadhabbii keessatti, arrabsoo keessatti, gidiraa keessatti, ariʼatama keessatti, rakkina keessattis gammaduun koo kanumaaf. Yoos ani yeroon dadhabutti nan jabaadhaatii.
Inni garuu, "Ayyaanni koo si gaʼa; humni koo dadhabbii keessatti guutuu taʼaatii" naan jedhe. Kanaafuu humni Kiristoos akka narra boqotuuf waaʼee dadhabbii kootii caalchisee gammaduudhaan akka malee nan boona. Ani waaʼee Kiristoosiif jedhee dadhabbii keessatti, arrabsoo keessatti, gidiraa keessatti, ariʼatama keessatti, rakkina keessattis gammaduun koo kanumaaf. Yoos ani yeroon dadhabutti nan jabaadhaatii.
Ani waaʼee Kiristoosiif jedhee dadhabbii keessatti, arrabsoo keessatti, gidiraa keessatti, ariʼatama keessatti, rakkina keessattis gammaduun koo kanumaaf. Yoos ani yeroon dadhabutti nan jabaadhaatii.
Miʼi waraanaa kan nu ittiin lollu kan daʼannoo jigsuudhaaf humna Waaqaa qabuudha malee miʼa waraana foonii miti.
Nu waan tokko illee ofii keenyaan hojjechuuf dandeettii qabna jennee miti; dandeettiin keenya garuu Waaqa irraa dhufa.
Força do Espírito
Recebereis poder ao descer sobre vós o Espírito Santo. O Espírito nos fortalece com poder no homem interior.
Yeroo hafuurri Qulqulluun isin irra buʼutti garuu humna ni argattu; isinis Yerusaalem keessatti, Yihuudaa hundaa fi Samaariyaa keessatti, hamma qarqara lafaattis dhuga baatota koo ni taatu."
Namoonni sunis yommuu ija jabina Phexrosii fi Yohannis arganii akka isaan warra barumsa hin qabnee fi warra hin beekamne taʼan hubatanitti ni dinqisiifatan; akka isaan Yesuus wajjin turanis ni qalbeeffatan.
Inni akkuma badhaadhummaa ulfina isaatti karaa Hafuura isaatiin namummaa keessan kan keessaa humnaan akka cimsuuf nan kadhadha;
Kanaa achi Gooftaa fi humna isaa jabaa sanaan cimaa.
Kanaa achi Gooftaa fi humna isaa jabaa sanaan cimaa.
Kanaa achi Gooftaa fi humna isaa jabaa sanaan cimaa.
Waaqa isa humna isaa kan nu keessatti hojjetu sanaan hamma nu kadhannu yookaan hamma nu yaadnu hundumaa olitti akka malee hojjechuu dandaʼu sanaaf, waldaa kiristaanaa keessatti, dhaloota hunda keessattis karaa Kiristoos Yesuusiin bara baraa hamma bara baraatti ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen.
Waaqni hafuura humnaa, kan jaalalaatii fi kan of dhowwuu nuu kenne malee hafuura sodaa nuuf hin kennineetii.
Waaqni hafuura humnaa, kan jaalalaatii fi kan of dhowwuu nuu kenne malee hafuura sodaa nuuf hin kennineetii.
nu yoo obsine,
isa wajjin ni moona.
Nu yoo isa ganne,
innis nu gana.
Coragem e perseverança
Sê forte e corajoso! O Senhor teu Deus é contigo por onde quer que andares. Não desanime, porque a alegria do Senhor é a vossa força.
Ani akkana jedhee si hin ajajnee? Cimi; ija jabaadhus. Waan Waaqayyo Waaqni kee iddoo ati deemtu hundumatti si wajjin taʼuuf, hin sodaatin; abdiis hin kutatin."
Ani akkana jedhee si hin ajajnee? Cimi; ija jabaadhus. Waan Waaqayyo Waaqni kee iddoo ati deemtu hundumatti si wajjin taʼuuf, hin sodaatin; abdiis hin kutatin."
Cimaa; jabaadhaa. Waaqayyo Waaqni keessan isin wajjin deemaatii isin sababii isaaniitiif jettanii hin sodaatinaa yookaan hin rifatinaa; inni gonkumaa isin hin dhiisu yookaan isin hin gatu."
Kan moʼannaa isiniif kennuuf jedhee diinota keessan isiniif loluuf isin wajjin baʼu Waaqayyo Waaqa keessaniitii."
Kan moʼannaa isiniif kennuuf jedhee diinota keessan isiniif loluuf isin wajjin baʼu Waaqayyo Waaqa keessaniitii."
Kana irratti Nahimiyaan akkana jedhe; "Dhaqaatii nyaata filatamaa nyaadhaa; dhugaatii miʼaawaas dhugaa; warra waan qophaaʼe tokko illee hin qabneefis waa ergaa. Guyyaan kun guyyaa Gooftaa keenyaaf qulqulleeffamee dha. Sababii gammachuun Waaqayyoo jabina keessan taʼeef hin gaddinaa."
Kan isa wajjin jiru humna foonii qofaa dha; kan nu wajjin jiru garuu Waaqayyo Waaqa keenya isa nu gargaaruu fi isa lola keenya nuuf loluu dha." Uummanni dubbii Hisqiyaas mooticha Yihuudaatiin jajjabaate.
Isin garuu jabaadhaa; harki keessanis hin laafin; hojiin keessan badhaasa argataatii."
Daawit ilma isaa Solomooniin akkana jedhe; "Cimi; jajjabaadhus; hojii sanas hojjedhu. Hin sodaatin; abdiis hin kutatin; Waaqayyo Gooftaan Waaqni koo si wajjin jiraatii. Inni hamma hojiin tajaajila mana qulqullummaa Waaqayyoo dhumutti si hin dhiisu yookaan si hin gatu.
Yaa Waaqayyo sababii wanni samii fi
lafa irra jiru hundi kan kee taʼeef guddinnii fi humni,
ulfinni, surraa fi simboon kan kee ti.
Yaa Waaqayyo mootummaan kan kee ti;
ati waan hunda irratti mataa ol ol jettee dha.
Waaqayyoo fi humna isaa barbaaddadhaa;
yeroo hunda fuula isaa barbaadaa.
Fortalecidos na Palavra
A Palavra de Deus é viva e eficaz. Ela nos fortalece, nos guia e nos equipará para toda boa obra.
Dubbiin Waaqaa jiraataa fi kan hojjetuudhaatii. Goraadee qara lama qabu kam iyyuu caalaa qaramaa dha; hamma lubbuu fi hafuura, buusaa fi dhuka gargar baasutti waraanee seena; yaadaa fi fedhii garaa namaas ni qora.
Dammaqaa; amantiitti cimaatii dhaabadhaa; jajjabaadhaa; cimaas.
Dammaqaa; amantiitti cimaatii dhaabadhaa; jajjabaadhaa; cimaas.
Dammaqaa; amantiitti cimaatii dhaabadhaa; jajjabaadhaa; cimaas.
Ergaan koo fi lallabni koo Hafuuraa fi humna argisiisuudhaan malee dubbii ogummaa fi sossobbii of keessaa qabuun hin turre; kunis akka amantiin keessan humna Waaqaa irratti malee ogummaa namaa irratti hin hundeeffamneef.
Dubbiin fannoo warra baduuf jiraniif gowwummaadhaatii; nu warra fayyinuuf garuu humna Waaqaa ti.
Dubbiin fannoo warra baduuf jiraniif gowwummaadhaatii; nu warra fayyinuuf garuu humna Waaqaa ti.
Promessas de força
Quando estou fraco, o Senhor me sustenta. Ele restaura minha alma, fortalece meu coração e guia meus passos.
Adeemsi nama Waaqayyo biraa ajajama;
inni karaa namicha sanaatti ni gammada.
Inni yoo gufate illee lafa hin gaʼu;
Waaqayyo harka isaatiin qabee isa dhaabaatii.
Fayyinni qajeeltotaa Waaqayyo biraa dhufa;
inni yeroo rakkinaatti daʼoo isaanii ti.
Waaqayyo warra garaan isaanii cabetti dhiʼoo dha;
warra abdii kutatanis ni fayyisa.
Waaqayyo lubbuu tajaajiltoota isaa ni fura;
warra isatti kooluu galan keessaa tokkotti illee hin murteeffamu.
Warri Waaqayyoon abdattan hundinuu jabaadhaa;
garaan keessan hin sodaatin.
Harka kee mirgaatiin, irree keetii fi ifa fuula keetiitiin dhaalan malee
isaan goraadee isaaniitiin lafa sana hin dhaalle;
yookaan irreen isaanii moʼannoo isaaniif hin fidne;
ati isaan jaallatteertaatii.
Ani garuu waaʼee jabina keetii nan faarfadha;
ganamaanis waaʼee jaalala keetii nan faarfadha;
ati daʼoo kootii; yeroo rakkina koottis
ati iddoo ani itti kooluu galuu dha.
Yaa Jabina ko, ani faarfannaa galataa siifin faarfadha;
yaa Waaqi, ati daʼoo koo ti;
ati Waaqa ani abdadhuu dha.
Yaa Waaqi, ati ijoollummaa kootii jalqabdee na barsiifteerta;
anis hamma harʼaatti hojii kee dinqisiisaa sana nan labsa.
Yaa Waaqayyo, yeroo ani dulloomee mataan koo arrii taʼutti illee,
hamma ani humna kee dhaloota kanatti,
jabina kees dhaloota dhufuuf jiru hundatti labsuutti,
ati na hin dhiisin.
Ati rakkinaa fi dhiphina baayʼee na argisiifteerta;
taʼus jireenya koo deebiftee ni haaromsita,
qilee lafaa keessaas deebiftee ol na baafta.
Ulfina koo ni guddifta;
amma illee na jajjabeessita.
Foon koo fi onneen koo dadhabuu dandaʼu;
Waaqni garuu jabina garaa koo ti;
bara baraanis inni qooda koo.
Foon koo fi onneen koo dadhabuu dandaʼu;
Waaqni garuu jabina garaa koo ti;
bara baraanis inni qooda koo.
Foon koo fi onneen koo dadhabuu dandaʼu;
Waaqni garuu jabina garaa koo ti;
bara baraanis inni qooda koo.
Perseverança e vitória
Se Deus é por nós, quem será contra nós? A Palavra da cruz é poder de Deus para os que são salvos.
Egaa kana irratti maal jenna ree? Erga Waaqni nu wajjin taʼee eenyutu nuun mormuu dandaʼa?
Waaqni warra isa jaallatanii akka kaayyoo isaatti waamamaniif akka wanti hundinuu gaarii taʼuuf hojjetu ni beekna.
Amalli Waaqaa kan hin mulʼanne jechuunis humni isaa kan bara baraatii fi waaqummaan isaa uumama addunyaatii jalqabee wantoota uumaman irraa ifaan ifatti mulʼataatii; kanaafuu isaan waan itti qabatan hin qaban.
Warri sirraa jabina argatan,
kanneen garaa isaaniitiin karaa kee yaadan eebbifamoo dha.
Isaan hamma Xiyoon keessatti fuula Waaqaa duratti mulʼatanitti,
jabina irraa gara jabinaatti ni darbu.
Yommuu yaaddoon natti baayʼatetti,
jajjabeessuun kee lubbuu koo gammachiise.
Lubbuun koo gaddaan laafteerti;
ati akkuma dubbii keetiitti na jabeessi.
Rakkina koo keessatti jajjabinni koo kana:
Waadaan kee na jiraachisa.
Ani rakkina keessa jiraadhu iyyuu,
ati lubbuu koo ni eegda;
aarii diina kootti harka kee ni diriirsita;
harka kee mirgaatiinis na oolchita.
Yeroof hafuurri koo na keessatti laafu,
situ karaa koo beeka.
Namoonni daandii ani deemu irra,
kiyyoo naa kaaʼaniiru.
Namoonni tokko tokko gaariiwwan amanatu; kaan immoo fardeen amanatu;
nu garuu maqaa Waaqayyo Waaqa keenyaa amananna.
Yaa Waaqayyo, mootiin jabina keetti baayʼee gammada.
Gargaarsa keettis gammachuun isaa hammam guddaa dha!
Sababii diinota keetiitiif, amajaajii fi nama haaloo baafatu
afaan qabachiisuuf jettee, afaan daaʼimmaniitii fi
mucoolii harma hodhanii irraa galata qopheessiteerta.
Em todo tempo
O Senhor fortalece de manhã à noite, do berço à velhice. Nenhum obstáculo é grande demais quando Deus é nossa força.
Waaqayyo Gooftaan jabina koo ti;
inni miilla koo akka miilla borofaa godha;
lafa ol kaʼaa irras na deemsisa.
"Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati humna kee guddaa fi irree kee diriirfame sanaan samiiwwanii fi lafa uumteerta. Wanti ati hin dandeenye tokko iyyuu hin jiru.
Kanaafuu Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha:
"Sabni kun waan dubbii kana dubbateef,
ani dubbii koo afaan kee keessatti ibidda,
saba kana immoo qoraan ibiddi gubu nan godha.
Ani Waaqayyoon isaan nan jabeessa;
isaanis maqaa isaatiin deddeebiʼu"
jedha Waaqayyo.
Kanaafuu inni akkana naan jedhe; "Kun dubbii Waaqayyoo kan Zarubaabeliif kennamee dha: ‘Hafuura kootiin malee jabinaan yookaan humnaan miti’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.
"Isin dadhabdoonni, warri baʼaan isinitti ulfaate hundinuu gara koo kottaa; ani isinan boqochiisa.
Yesuusis isaan ilaalee, "Kun namaaf hin dandaʼamu; Waaqaaf garuu wanni hundinuu ni dandaʼama" jedhe.
Hafuura Abbaa keessaniitu isin keessaa dubbata malee isintu dubbata mitii.
Waaqa kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan jaalladhu.’
Daawit waan namoonni dhagaadhaan isa tumuuf mariʼachaa turaniif akka malee yaaddaʼe; tokkoon tokkoon namaa sababii ilmaanii fi intallan isaatiif garaan isaa gubatee ture. Daawit garuu Waaqayyo Waaqa isaatiin jabina argate.
Yaa ijoolle, isin kan Waaqaa ti; jaras moʼattaniirtu; inni isin keessa jiru kan addunyaa keessa jiru sana caalaa guddaadhaatii.
Gooftaan bara baraan
nama hin gatuutii.
Inni gadda fidu illee garaa ni laafa;
jaalalli isaa kan hin geeddaramne sun guddaadhaatii.
Inni itti yaadee rakkina
yookaan dhiphina sanyii namaatti hin fiduutii.