Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 28

Faarfannaa Daawit.

1 Yaa Waaqayyo, Kattaa ko, ani sin waammadha;

ati na jalaa hin didin.

Yoo ati na jalaa didde,

ani akka warra boolla buʼanii nan taʼa.

2 Yommuu ani gargaarsaaf si waammadhee harka koo illee

gara Iddoo Qulqullummaa kee

kan Waan Hundumaa Caalaa Qulqulluu taʼe

sanaatti ol kaafadhu, sagalee kadhannaa koo naa dhagaʼi.

3 Namoota hamoo warra jalʼina hojjetan wajjin,

warra garaa isaaniitti hammina qabatanii

olloota isaanii wajjin garuu

nagaa dubbatan wajjin na hin balleessin.

4 Akka hojii isaaniitti,

akkuma hojii isaanii hamaa sanaattis deebisiif;

akkuma hojii harka isaaniitti kenniif;

gatii isaaniif malu isaanumatti deebisi.

5 Sababii isaan hojii Waaqayyoo,

yookaan waan harki isaa hojjete hin kabajneef

inni isaan diiga;

deebisees isaan hin ijaaru.

6 Waaqayyo haa eebbifamu!

Inni iyya kadhannaa kootii naa dhagaʼeeraatii.

7 Waaqayyo jabina koo fi gaachana koo ti;

garaan koo isa amanata; anis gargaarsa argadheera.

Garaan koo baayʼee gammada;

anis faarfannaadhaan isa nan galateeffadha.

8 Waaqayyo jabina saba isaa ti;

dibamaa isaatiifis daʼoo fayyinaa ti.

9 Saba kee fayyisi; dhaala kees eebbisi;

tiksee isaanii taʼii bara baraan isaan baadhu.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.