Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 115

1 Nuuf miti; yaa Waaqayyo, nuuf miti;

garuu jaalalaa fi amanamummaa keetiif jedhiitii

maqaa keetiif ulfina kenni.

2 Saboonni maaliif,

"Waaqni isaanii eessa jira?" jedhu?

3 Waaqni keenya samii keessa jira;

inni waan isa gammachiisu kam iyyuu ni hojjeta.

4 Waaqonni isaanii tolfamoon garuu meetii fi

warqee harka namaatiin hojjetamanii dha.

5 Isaan afaan qabu; garuu dubbachuu hin dandaʼan;

ijas qabu; garuu arguu hin dandaʼan;

6 gurra qabu; garuu dhagaʼuu hin dandaʼan;

funyaan qabu; garuu fuunfachuu hin dandaʼan;

7 harka qabu; garuu qaqqabachuu hin dandaʼan;

miilla qabu; garuu deemuu hin dandaʼan;

laagaa isaanii keessattis sagalee tokko illee hin uuman.

8 Warri isaan tolchan

kanneen isaan amanatan hundi akkuma isaanii taʼu.

9 Yaa mana Israaʼel, Waaqayyoon amanadhu;

inni gargaarsaa fi gaachana isaanii ti.

10 Yaa mana Aroon, Waaqayyoon amanadhu;

inni gargaarsaa fi gaachana isaanii ti.

11 Isin warri isa sodaattan, Waaqayyoon amanadhaa;

inni gargaarsaa fi gaachana isaanii ti.

12 Waaqayyo nu yaadata; nu eebbisas;

inni mana Israaʼel ni eebbisa;

mana Aroonis ni eebbisa;

13 inni warra Waaqayyoon sodaatan,

xinnaas guddaas ni eebbisa.

14 Waaqayyo, isinii fi

ijoollee keessan haa baayʼisu.

15 Waaqayyo samii fi

lafa Uume sun isin haa eebbisu.

16 Samiin samiiwwanii oliis kan Waaqayyoo ti;

lafa garuu inni namaaf kenneera.

17 Warri duʼan yookaan warri gara iddoo calʼisanitti gad buʼan

Waaqayyoon galateeffachuu hin dandaʼan;

18 nu garuu ammaa jalqabnee bara baraan

Waaqayyoon ni eebbifna.

Haalleluuyaa.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.