Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 75

Dura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Yeedaloo, "Hin balleessin" jedhuun faarfatame. Faarfannaa Asaaf.

1 Yaa Waaqi, nu si galateeffanna;

sababii Maqaan kee dhiʼoo taʼeef galata siif galchina;

namoonni waaʼee dinqii hojii keetii odeessu.

2 Ati akkana jetta; "Ani yeroo murteeffame nan filadha;

kan qajeelummaadhaan muru ana.

3 Yommuu laftii fi sabni ishee hundi raafamanitti,

kan utubaa ishee jabeessee qabu ana.

4 Ani of tuultotaan akkana nan jedha; ‘Of hin jajinaa.’

Hamootaanis, ‘Gaanfa keessan ol hin qabatinaa.

5 Gaanfa keessan samiitti hin kaasinaa;

morma keessan dheereffattanii hin dubbatinaa.’ "

6 Ulfinni baʼa biiftuutii yookaan lixa biiftuutii

yookaan lafa onaatii hin dhufuutii.

7 Garuu kan murtii kennu Waaqa;

inni nama tokko gad buusa; kaan immoo ol baasa.

8 Harka Waaqayyoo keessa,

xoofoo wayinii urgooftuudhaan walitti makame

kan hoomachaan guutame tokkotu jira;

inni wayinii sana gad naqa;

hamoonni lafaa hundinuu utuu siicoo isaa illee hin hambisin xuruurfatanii dhugu.

9 Ani garuu bara baraan waan kana nan labsa;

Waaqa Yaaqoobis nan faarfadha.

10 Gaanfa hamoota hundaa nan caccabsa;

gaanfi qajeeltotaa garuu ol ol jedha.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.