Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 134

Faarfannaa ol baʼuu.

1 Isin tajaajiltoonni Waaqayyoo,

warri halkan mana Waaqayyoo keessa tajaajiltan hundinuu,

Waaqayyoon galateeffadhaa.

2 Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatii

Waaqayyoon galateeffadhaa.

3 Waaqayyo samii fi lafa uume sun

Xiyoon irraa isin haa eebbisu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também