Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 112

1 Haalleluuyaa.

Namni Waaqayyoon sodaatu,

kan ajaja isaatti baayʼee gammadu eebbifamaa dha.

2 Sanyiin isaa lafa irratti jabaa taʼa;

dhaloonni tolootaa ni eebbifama.

3 Qabeenyii fi badhaadhummaan mana isaa keessa jira;

qajeelummaan isaas bara baraan jiraata.

4 Nama tolaa fi arjaadhaaf,

gara laafessaa fi qajeelaaf, dukkana keessatti iyyuu ifni ni baʼa.

5 Nama arjaa fi nama waa namaa liqeessuuf,

nama hojii isaa qajeelummaadhaan adeemsifatuuf waan gaariitu taʼa.

6 Dhugumaan inni gonkumaa hin raafamu;

namni qajeelaan bara baraan yaadatama.

7 Inni oduu hamaa hin sodaatu;

garaan isaas Waaqayyoon amanachuudhaan jabaatee dhaabata.

8 Garaan isaa hin raafamu; hin sodaatus;

dhuma irrattis diinota isaa moʼata.

9 Inni ni bittinneesse; hiyyeeyyiifis ni kenne;

qajeelummaan isaa bara baraan ni jiraata;

gaanfi isaas ulfinaan ol qabama.

10 Namni hamaan waan kana argee aara;

ilkaan isaa qara; baqees ni bada;

hawwiin hamootaa faayidaa malee hafa.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.