Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 117

1 Saboonni hundi Waaqayyoon jajadhaa;

isin namoonni hundinuu isa leellisaa.

2 Jaalalli inni nuuf qabu guddaadhaatii;

amanamummaan Waaqayyoo bara baraan jiraata.

Haalleluuyaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também