Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 136

1 Waaqayyoof galata galchaa; inni gaariidhaatii.

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

2 Waaqa waaqotaatiif galata galchaa.

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

3 Gooftaa Gooftotaatiif galata galchaa:

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

4 inni kophaa isaa dinqii gurguddaa hojjeta;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

5 inni ogummaa isaatiin samiiwwan uume;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

6 inni bishaanota irratti lafa diriirse;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

7 inni ifa gurguddaa hojjete;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

8 inni akka biiftuun guyyaa mootu godhe;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

9 inni akka jiʼii fi urjiiwwan halkan moʼan godhe;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

10 inni hangafa Gibxi dhaʼe;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

11 inni isaan gidduudhaa Israaʼelin baase;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

12 harka jabaa fi irree diriiraadhaan Israaʼelin baase;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

13 inni Galaana Diimaa iddoo lamatti gargarii qoode;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

14 inni galaana gidduudhaan Israaʼelin dabarse;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

15 Faraʼoonii fi loltoota isaa garuu Galaana Diimaatti naqe;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

16 inni saba ofii isaa gammoojjii keessa geggeesse;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

17 inni mootota gurguddaa dhaʼe;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

18 inni mootota jajjaboo fixe;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

19 inni Sihoon mootii Amoorotaa ajjeese;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

20 inni Oogi mootii Baashaan ajjeese;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

21 inni biyya isaanii dhaala godhee kenne;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

22 dhaala godhee garbicha isaa Israaʼeliif kenne;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

23 Inni yeroo nu gad deebinetti nu yaadate;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

24 inni harka diinota keenyaatii nu baase,

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

25 inni uumama hundaaf soora kenna;

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

26 Waaqa samiitiif galata galchaa.

Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.