Pular para o conteúdo
Publicidade

Faarfannaa 30

Faarfannaa eebba mana qulqullummaatiif Faarfatame. Faarfannaa Daawit.

1 Yaa Waaqayyo, sababii ati ol na fuutee

akka diinonni koo natti hin gammanne gooteef,

ani sin jajadha.

2 Yaa Waaqayyo Waaqa ko,

ani gargaarsaaf sin waammadhe; atis na fayyifte.

3 Yaa Waaqayyo, ati lubbuu koo siiʼoolii baafte;

akka ani boolla hin buune gootees na jiraachifte.

4 Isin qulqulloonni isaa, faarfannaadhaan Waaqayyoon jajadhaa;

maqaa isaa qulqulluu sanaafis galata galchaa.

5 Dheekkamsi isaa hamma liphsuu ijaa ti;

gaarummaan isaa immoo bara jireenyaa guutuudhaaf tura;

booʼichi galgala tokko qofaaf tura;

ganama garuu ililleetu taʼa.

6 Anis yommuun nagaa argadhetti,

"Ani gonkumaa hin raafamu" nan jedhe.

7 Yaa Waaqayyo, ati jaalala keetiin

akka tulluu jabaatti na dhaabde;

yeroo ati fuula kee na duraa dhoksitetti garuu

naasuutu na qabate.

8 Yaa Waaqayyo, ani sin waammadha;

ani gara Gooftaatti akkana jedhee araaraaf nan iyyadha:

9 "Duʼuu koo keessaa, boolla buʼuu koo keessaas

faayidaa maaliitu argama?

Biyyoon si galateeffataa?

Amanamummaa kees ni odeessaa?

10 Yaa Waaqayyo na dhagaʼi; na maaris;

Yaa Waaqayyo, gargaarsa naa taʼi."

11 Ati booʼicha koo shuubbisuutti geeddarte;

wayyaa gaddaa narraa baaftee gammachuu natti uwwifte;

12 kunis akka lubbuun koo faarfannaadhaan si jajattuu fi akka isheen hin calʼisneefii dha.

Yaa Waaqayyo Waaqa ko, ani bara baraan sin galateeffadha.

Todos os capítulos de Faarfannaa 150
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42
  43. 43
  44. 44
  45. 45
  46. 46
  47. 47
  48. 48
  49. 49
  50. 50
  51. 51
  52. 52
  53. 53
  54. 54
  55. 55
  56. 56
  57. 57
  58. 58
  59. 59
  60. 60
  61. 61
  62. 62
  63. 63
  64. 64
  65. 65
  66. 66
  67. 67
  68. 68
  69. 69
  70. 70
  71. 71
  72. 72
  73. 73
  74. 74
  75. 75
  76. 76
  77. 77
  78. 78
  79. 79
  80. 80
  81. 81
  82. 82
  83. 83
  84. 84
  85. 85
  86. 86
  87. 87
  88. 88
  89. 89
  90. 90
  91. 91
  92. 92
  93. 93
  94. 94
  95. 95
  96. 96
  97. 97
  98. 98
  99. 99
  100. 100
  101. 101
  102. 102
  103. 103
  104. 104
  105. 105
  106. 106
  107. 107
  108. 108
  109. 109
  110. 110
  111. 111
  112. 112
  113. 113
  114. 114
  115. 115
  116. 116
  117. 117
  118. 118
  119. 119
  120. 120
  121. 121
  122. 122
  123. 123
  124. 124
  125. 125
  126. 126
  127. 127
  128. 128
  129. 129
  130. 130
  131. 131
  132. 132
  133. 133
  134. 134
  135. 135
  136. 136
  137. 137
  138. 138
  139. 139
  140. 140
  141. 141
  142. 142
  143. 143
  144. 144
  145. 145
  146. 146
  147. 147
  148. 148
  149. 149
  150. 150

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.