Jesus te ama
Jesus te ama — esta é a mensagem mais poderosa do universo. O amor de Cristo excede todo entendimento e nos alcança onde quer que estejamos, como somos.
O amor de Jesus
Ninguém tem maior amor do que aquele que dá a vida pelos amigos. Jesus demonstrou o amor supremo na cruz do Calvário.
Eenyu iyyuu jaalala guddaa kan namni lubbuu isaa dabarsee michoota isaatiif kennu sana irra caalu hin qabu.
Ajajni koo isa kana: Akkuma ani isin jaalladhetti isinis wal jaalladhaa.
"Akkuma Abbaan na jaallatetti anis akkasuma isin jaalladheera. Egaa jaalala koo keessa jiraadhaa.
Iisaanis akkana jedhee deebiseef; "Namni na jaallatu kam iyyuu dubbii koo ni eega. Abbaan koo isa ni jaallata; nus gara isaa ni dhufna; iddoo jireenyaas isa wajjin ni godhanna.
"Akka isin wal jaallattaniif ani ajaja haaraa isiniifin kenna. Akkuma ani isin jaalladhetti isinis akkasuma wal jaalladhaa.
Amados por Ele
Deus prova seu amor em que Cristo morreu por nós quando ainda éramos pecadores. O amor de Jesus é incondicional e eterno.
Garuu utuma nu cubbamoota taanee jirruu Al-Masiihiin nuuf jedhee duʼe; kunis jaalala Allaahan nuuf qabu argisiisa.
akkuma Al-Masiihiin nu jaallatee nuufis jedhee akka aarsaa fi qalma urgaaʼuutti Allaahaf of kenne sana isinis jaalalaan deddeebiʼaa.
Inni akkuma badhaadhummaa ulfina isaatti karaa Hafuura isaatiin namummaa keessan kan keessaa humnaan akka cimsuuf duʼaa nan godha; akka Al-Masiihiinis karaa amantiitiin garaa keessan keessa jiraatuuf duʼaa nan godha. Akka isin hidda gad fageeffattanii jaalalaan dhaabattaniifis duʼaa nan godha; isinis jaalalli Al-Masiihii hammam akka balʼatu, hammam akka dheeratu, hammam akka ol fagaatuu fi hammam akka gad fagaatu qulqulloota hunda wajjin hubachuudhaaf akka humna qabaattaniif, akka guutama Allaaha hundaan guutamtaniifis jaalala Al-Masiihii kan beekumsaa ol taʼe sana akka beektaniif duʼaa nan godha.
Nu sababii inni duraan dursee nu jaallateef isa jaallanna.
Ayyaanni Gooftaa keenyaas amantii fi jaalala Al-Masiihi Iisaatiin argamu wajjin baayʼinaan narratti dhangalaafame.