Nem só de pão vive o homem
'Nem só de pão vive o homem' — essa declaração de Jesus ao diabo no deserto revela que a Palavra de Deus é o verdadeiro alimento que sustenta a vida em plenitude.
O verdadeiro alimento
Quando tentado a transformar pedras em pão, Jesus respondeu com a Escritura: a vida humana depende de toda palavra que sai da boca de Deus.
Yesuus ammoo, «Barreeffam Woyyichi, ‹Jecha afaan Waaqaa keessaa bawu maraan malee, nami sagalee calla’aan hin le’u› jedha» jedhee deebise.
Seexanni isaan, «Ati Ilma Waaqaa yoo teete, dhakaan kun daabboo akka te’u ajaji» jedhe. Yesuus deebisee, «Barreeffam woyyichi, ‹Nami sagalee calla’aan hin le’u› jedha» jedhe.
Inni nami jecha afaan Mootii Waan Maraa keessaa bawuun malee, sagalee qofaan le’uu akka hin dandeenne si barsiisiisaaf, inni si beelessee gad si qabe; achiin duuba mannaa abbootiin teetii fi atille hin beenne si nyaachise.
Jesus, o pão vivo
Jesus é o pão da vida que desceu do céu. Quem come deste pão viverá para sempre. Ele é o sustento que satisfaz a fome da alma.
Yesuus isaaniin, «Sagaleen jiru’uu ana; ka gara kiyya dhufu ijjumaa hin beelotu; ka natti dhugeeffatu ijjumaa hin dheebotu.
Sagaleen jiru’uu ana.
Sagaleen jiraattuun ol-gubbaa irraa gad buute ana. Eennulle yoo sagalee tana nyaate, haga bara baraa hin jiraata. Sagaleen akka biyya lafaatiif jiruu teetuuf, ani kennu tun, foon kiyya» isaaniin jedhe.
Abbaan jiraataan akkuma na erge, Anille sababa Abba’aa akkuma jiraadhu, nami na nyaatulle sababa kiyya hin jiraata. Sagaleen ol-gubba’aa gad buute sun tana ree; isiin ta akka abbootiin teessan nyaattee, ammoo achiin duuba duuteetii moti. Sagalee tana ka nyaatu haga bara baraa hin jiraata» jedhe.
Buscar o Reino acima de tudo
Não andeis ansiosos pelo que comer ou beber. Buscai primeiro o Reino de Deus, e todas estas coisas vos serão acrescentadas.
«Tanaaf ani isinitti hima, jiruu teessaniif maan nyaanna, yookiin maan unna, yookiin marroo nafa keessanii, maan uffanna jettanee hin yaadina’a. Jiruun sagalee, nafi woyaa hin caaluu?
«Tanaaf ‹Maan nyaanna? Maan unna?› jedhaa yaadaan hin rakkatina’a. Kolbaan lafa tanaalle waan kana dhaggatiisaaf itti yaadaa rakkatti. Tun marti akka isinii barbaachittu Abbaan keessan ka ol-gubba’aa hin beeka. Addee tanaa, mootummaa Waaqaa barbaada’a, tun marti isiniif hin dabalanti.
Yennuma san keessatti barattooti, «Barsiisa’a, woy nyaadhu!» jedhanee isa kadhatane.
Inni ammoo, «Ani sagalee nyaadhu ta isin hin beenne qaba» jedhe.
Maarre barattooti, «Nami woyii sagalee isaa fidee jiraatinaa?» jedhanee wol gagaafatane.
Yesuus isaaniin, «Sagaleen tiyya, fedhii ka na ergee godhu’uu fi hujii isaa muummessu’u.
Muki harru’uu midhaan buusuu dhabulle,
muki woyni’ii midhaan buusuu dhabulle,
muki ejersaalle midhaan kennuu dhabulle,
fichaan midhaan baasuu dhabulle,
hooleen gooree keessaa dhabantulle duwwaa hattulle
loon moonaa keessaa dhabamanulle,
tun marti teetulle
ani Mootii Waan Maraatitti hin gammada;
Waaqa fayyisaa kiyyatti gammadee firinxiixa.
Mootiin Waan Maraa Waaqi hunna tiyya.
Inni miila kiyya akka miila gadansaa hin jabeessa;
gaara irralle akka deemu na hin godha.
Sooressitoota faarsitootaatiif: Meya ribu’uutiin ta faarfatantu.