Pular para o conteúdo
Publicidade

Nem só de pão vive o homem

Por Bíblia Online

'Nem só de pão vive o homem' — essa declaração de Jesus ao diabo no deserto revela que a Palavra de Deus é o verdadeiro alimento que sustenta a vida em plenitude.

O verdadeiro alimento

Quando tentado a transformar pedras em pão, Jesus respondeu com a Escritura: a vida humana depende de toda palavra que sai da boca de Deus.

Iisaan immoo deebisee, " Namni dubbii afaan Allaahatii baʼu hundaan malee buddeena qofaan hin jiraatu jedhamee barreeffameera" jedheen.

Ibliisis, "Ati yoo Ilma Allaaha taate, akka dhagaan kun buddeena taʼu ajaji" jedheen.

Iisaan immoo deebisee, " Namni buddeena qofaan hin jiraatu jedhamee barreeffameera" jedheen.

Innis gad si deebisee si beelessee "mannaa" ati yookaan abbootiin kee hin beekin si soore; kunis akka namni dubbii afaan Rabbii Allaahatii baʼu hundaan malee buddeena qofaan hin jiraanne si barsiisuuf.

Jesus, o pão vivo

Jesus é o pão da vida que desceu do céu. Quem come deste pão viverá para sempre. Ele é o sustento que satisfaz a fome da alma.

Iisaanis akkana isaaniin jedhe; "Buddeenni jireenyaa ana. Namni gara koo dhufu gonkumaa hin beelaʼu; kan anatti amanus gonkumaa hin dheebotu.

Buddeenni jireenyaa ana.

Buddeenni jiraataan shamaayʼun irraa buʼe ana. Namni kam iyyuu yoo buddeena kana irraa nyaate bara baraan ni jiraata. Buddeenni ani jireenya addunyaatiif kennus foon koo ti."

Akkuma Abbaan jiraataan na ergee anis sababii Abbaatiin jiraadhu sana, namni na nyaatus sababii kootiin ni jiraata. Buddeenni shamaayʼun irraa buʼe isa kana; innis kan akka mannaa Abbootiin keessan nyaatanii duʼan sanaa miti; namni buddeena kana nyaatu bara baraan ni jiraata."

Buscar o Reino acima de tudo

Não andeis ansiosos pelo que comer ou beber. Buscai primeiro o Reino de Deus, e todas estas coisas vos serão acrescentadas.

Hin Yaaddaʼinaa

"Kanaafuu ani isinittin hima; Maal nyaanna yookaan maal dhugna?jettanii waaʼee jireenya keessanii hin yaaddaʼinaa; yookaan maal uffanna?jettanii waaʼee dhagna keessanii hin yaaddaʼinaa. Jireenyi nyaata hin caaluu? Dhagnis uffata hin caaluu?

Qalbii keessan waan nyaattan irra yookaan waan dhugdan irra hin kaaʼatinaa; waaʼee isaas hin yaaddaʼinaa. Addunyaan ormootaa waan kana hunda ni barbaaduutii; Abbaan keessan akka wanni kun hundinuu isin barbaachisu ni beeka. Garuu mootummaa isaa barbaadaa; wanni kun akkasuma isiniif kennama.

Kana gidduutti barattoonni isaa, "Yaa barsiisaa, mee waa nyaadhu!" jedhanii isa kadhatan.

Inni garuu, "Ani nyaata isin hin beekne kanan nyaadhu qaba" jedheen.

Barattoonni isaas, "Namatu nyaata fideefii laata?" jedhanii wal gaafatan.

Iisaan immoo akkana jedheen; "Nyaanni koo fedhii isa na ergee guutuu fi hojii isaa raawwachuu dha.

Yoo mukni harbuu daraaruu baatee

iji wayinii muka wayinii irra jiraachuu baate iyyuu,

yoo mukni ejersaa ija naqachuu didee

lafti qotiisaa midhaan dhowwate iyyuu,

yoo hoolonni gola keessaa,

loonis dallaa keessaa dhabaman iyyuu,

ani garuu Rabbii Allaahatti nan gammada;

Allaah isa na fayyisutti nan gammada.

Rabbii Allaahan Gooftaan jabina koo ti;

inni miilla koo akka miilla borofaa godha;

lafa ol kaʼaa irras na deemsisa.

Dura buʼaa faarfannaatiif. Meeshaa koo kan ribuutiin kan faarfatame.

Seja o primeiro