Oração
A oração é o fôlego da vida cristã. É conversa íntima com Deus, pedido de socorro, ação de graças e intercessão. Jesus ensinou seus discípulos a orar e praticou a oração constantemente.
O convite a orar
Jesus disse: pedi e recebereis, buscai e achareis, batei e abrir-se-vos-á. Deus convida seus filhos a orar com fé e persistência.
Yesuus itti dabalee, «Gaafadha’a, isiniif hin kennanti; barbaada’a, hin dhaggattanille’e; balbala dhodhowa’a isiniif hin bananti.
Yesuus itti dabalee, «Gaafadha’a, isiniif hin kennanti; barbaada’a, hin dhaggattanille’e; balbala dhodhowa’a isiniif hin bananti. Ka gaafatu hin fudhata, ka barbaadulle hin dhaggata, ka balbala dhodhowuufille hin bananti.
Isin adoo worra hamaa teetanuu, ijoollee teessaniif waan dansaa kennuu eega beettanee, Abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru, attam caalchisee, worra isa gaafatuuf waan dansaa kennuu dhaba ree!
Dhugeeffanna’aan daadimattanee waan gaafattanu mara, hin fudhattan» isaaniin jedhe.
Dhugeeffanna’aan daadimattanee waan gaafattanu mara, hin fudhattan» isaaniin jedhe.
«Maarre ani isiniin jedha: gaafadha’a isiniif hin kennanti; barbaada’a hin dhaggattani; dhodhowa’a balbalti isiniif hin bananti. Ka gaafatu maraa hin fudhata; ka barbaadu maraa hin dhaggata; ka dhodhowu maraaf balbalti hin bananti.
Achiin duuba Yesuus barattooti isaa yennaa mara akka daadimatanuu fi daadimatiisa akka hin dadhanne barsiisiisaaf mammaassa itti mammaakee: «Abbaan mura’aa ka Waaqa hin sodaanne, ka namalle hin ulfeessine tokko qachaa tokko keessa jira. Haati hiyyeessaa ta yennaa yenna’aan gara isaa deddeebi’aa, ‹Falmataa kiyya irratti muraa qajeelaa naaf muri› jedhaa itti boottu takkalle qachaa san keessa jirti. Abbaan mura’aa yennaa hedduu wo godhuu dide; duuba ammoo, ‹Waaqa sodaa yookiin nama ulfeessuu yoo dhabelle, haati hiyyeessaa tun ittuma waan na rakkittuuf, akka isiin yennaa mara dhufaa na hin hifachiinne isi’iif hin mura› jedhee ifiin dubbate» jedhe. Goottaan, «Waan abbaan mura’aa jallaamessi sun jedhe dhage’aa! Waaqille worra isaaf filame ka halkanii fi guyyaa gara isaa iyyuuf hin muruu ree? Isaan qarqaariisaaf hin hancaaraa? Ani isinitti hima, dafee isaaniif hin mura. Te’uu malee, Ilmi Namaa yennaa dhufu dhugeeffannaa lafa irratti hinuma dhaggaa laati?» jedhe.
Tanaaf ani isinitti hima; yennaa daadimattanuu fi waan tokko gaafattanu, akka fudhattaneetitti dhugeeffadha’a; wonni gaafattanu mara isiniif hin kennama.
Tanaaf ani isinitti hima; yennaa daadimattanuu fi waan tokko gaafattanu, akka fudhattaneetitti dhugeeffadha’a; wonni gaafattanu mara isiniif hin kennama.
Tanaaf ani isinitti hima; yennaa daadimattanuu fi waan tokko gaafattanu, akka fudhattaneetitti dhugeeffadha’a; wonni gaafattanu mara isiniif hin kennama.
Orar em nome de Jesus
Tudo o que pedirmos em nome de Jesus, Ele fará, para que o Pai seja glorificado no Filho. A oração em seu nome tem autoridade.
Abbaan karaa Ilmaatiin akka ulfaatuuf, waan isin maqaa kiyyaan gaafattane mara, ani hin godha.
Abbaan karaa Ilmaatiin akka ulfaatuuf, waan isin maqaa kiyyaan gaafattane mara, ani hin godha. Waan mara maqaa kiyyaan yoo na gaafattane, ani hin godha» jedhe.
Abbaan karaa Ilmaatiin akka ulfaatuuf, waan isin maqaa kiyyaan gaafattane mara, ani hin godha. Waan mara maqaa kiyyaan yoo na gaafattane, ani hin godha» jedhe.
Isin yoo anaan jiraattane, jechi kiyyalle isin keessa yoo jiraate, waan feetane mara yoo gaafattane hin dhaggattan.
Anatti isin filate malee, isin na hin filanne. Isin dhaxxanee midhaan jiraatu hedduu akka buuttanu, ani isin muudeera. Maarre waan maqaa kiyyaan gaafattane mara Abbaan kiyya isiniif hin kenna.
Haga ammaa maqaa kiyyaan waan tokkolle hin gaafanne; gammadi keessan guutuu akka te’uuf, gaafadha’a hin fudhattan» isaaniin jedhe.
Orar sem cessar
A Bíblia nos exorta a orar em todo tempo. A oração constante nos mantém conectados com Deus e nos fortalece espiritualmente.
yennaa mara daadimadha’a;
yennaa mara daadimadha’a;
Yennaa mara gammada’a; yennaa mara daadimadha’a; waan maraa keessatti Waaqa galateeffadha’a. Jiruu isin Yesuus Kiristoosiin qaddanu keessatti wonni Waaqi isin irraa barbaadu kana.
Yennaa daadimattanuu fi gaafattanu mara Ayyaana Woyyichaan sooreffamaa daadimadha’a. Akkasiin kolbaa Waaqaa maraaf dammaqa’aatii jabaadha’aa daadimadha’a.
Yennaa daadimattanuu fi gaafattanu mara Ayyaana Woyyichaan sooreffamaa daadimadha’a. Akkasiin kolbaa Waaqaa maraaf dammaqa’aatii jabaadha’aa daadimadha’a.
Waaqa jabaattanee galateeffatiisaan, adoo addaan hin kutin daadimadha’a.
Addii qaddanuun gammada’a; rakkinna ossadha’a; yennaa mara daadimadha’a.
A oração do modelo
Jesus ensinou a oração do Pai Nosso como modelo. Ela cobre adoração, submissão, provisão, perdão, proteção e louvor.
«Tanaaf, yennaa daadimattanu,
«‹Abbaa keenna ka ol-gubbaa jirtu,
Maqaan keeti woyyoomu;
mootummaan teeti dhuttu;
fedhiin teeti akkuma ol-gubba’atti teete,
lafalle’etti teetu.
Sagalee guyyuma guyya’aan nuu barbaachittu adha nuu kenni.
Akkuma nuuti worra nu yakkuuf araarannu,
yakkaa teenna nuu araarami.
Hamaalessa irraa nu eegi malee,
ataabe’etti nu hin galchin.
[Mootummaan, hunni, ulfinnille
baruma baraan keetuma. Ameen]› jedha’a.
Yesuus isaaniin, «Yennaa daadimattanu tana jedha’a:
«‹Abbaa keenna, [ka ol-gubbaa jirtu]
Maqaan keeti woyyoomu;
Mootummaan teeti dhuttu.
[Fedhiin teeti akkuma ol-gubba’atti teete,
lafa irralle’etti teetuu.]
Sagalee nuu barbaachittu
guyyuma guyya’aan nuu kenni.
Akkuma nuuti worra nu yakkuuf araarannu,
cubbuu teenna nuu araarami;
[hantuu irraa nu eegi malee],
ataabe’etti nu hin galchin!› jedha’a» jedhe.
«Isin yennaa daadimattanu, akka worra kijibuu hin te’ina’a! Isaan worri dhibiin akka isaan dhagguuf, Galma Waaqaa keessaa fi woldeennaa karaa gugurda’aatitti dhaabbatanee daadimatiisa jaalatan. Ani dhugumaan isinitti hima, isaan gatii ifii dhaggataneeran.
Ati ammoo yennaa daadimattu, gara kolloo teetii seen, balbala cufadhuu, gara Abbaa keeti ka addee dhokatte jiruu daadimadhu. Abbaan keetille, ka waan ati dhossa’aan huju dhaggu, gatii teeti si’iif hin kenna.
Ati ammoo yennaa daadimattu, gara kolloo teetii seen, balbala cufadhuu, gara Abbaa keeti ka addee dhokatte jiruu daadimadhu. Abbaan keetille, ka waan ati dhossa’aan huju dhaggu, gatii teeti si’iif hin kenna.
«Yennaa daadimattanu akka worra Yihudoota hin te’inii, jecha bu’aa hin qanne itti hin deddeebi’ina’a; isaan heddummaa jechoota isaaniitiif, waaqi waan isaaniif dhage’u seyan.
«Yennaa daadimattanu akka worra Yihudoota hin te’inii, jecha bu’aa hin qanne itti hin deddeebi’ina’a; isaan heddummaa jechoota isaaniitiif, waaqi waan isaaniif dhage’u seyan.
«Yennaa daadimattanu akka worra Yihudoota hin te’inii, jecha bu’aa hin qanne itti hin deddeebi’ina’a; isaan heddummaa jechoota isaaniitiif, waaqi waan isaaniif dhage’u seyan. Isin ammoo akka isaanii hin te’ina’a. Abbaan keessan waan isin barbaachisu isin adoo isa hin gaafatinuu hin beeka.
Oração eficaz
A oração do justo é poderosa e eficaz. Ore com fé, sem duvidar, pois quem duvida é como onda do mar levada pelo vento.
Tanaaf akka dhibee irraa fayyitanuuf, cubbuu teessan wolitti himadha’a, woliifille daadimadha’a! Daadimannaan nama balcha’aa hunnaametti’ii fi bu’aa qabeetti’i.
Tanaaf akka dhibee irraa fayyitanuuf, cubbuu teessan wolitti himadha’a, woliifille daadimadha’a! Daadimannaan nama balcha’aa hunnaametti’ii fi bu’aa qabeetti’i.
Nami isin keessaa qarummaan dhidhatte yoo jiraate, Waaqa nama maraaf arjumma’aa fi komii malee kennu gaafatuu ti! Innille isaaf hin kenna. Ammoo adoo hin mamin dhugeeffanna’aan gaafatuu ti; nami mamu akka danbalii abbaaya’aa ta qilleensaan asii fi achi darbantuu ti. Nami akkasii, ka yaada lamaatii fi karaa maraan raafamaa waan te’eef, Goottaa biraa waan tokkolle hin dhaggadha jedhee hin eegatin.
Ammoo adoo hin mamin dhugeeffanna’aan gaafatuu ti; nami mamu akka danbalii abbaaya’aa ta qilleensaan asii fi achi darbantuu ti.
Ammoo adoo hin mamin dhugeeffanna’aan gaafatuu ti; nami mamu akka danbalii abbaaya’aa ta qilleensaan asii fi achi darbantuu ti. Nami akkasii, ka yaada lamaatii fi karaa maraan raafamaa waan te’eef, Goottaa biraa waan tokkolle hin dhaggadha jedhee hin eegatin.
Isin waan tokko hin halchitan, ammoo hin dhaggattanu; tanaaf nama ijjeettan. Jabaattaneelle woy halchitan, dhaggatiisaaf hin dandeettanu; tanaaf wol falmaa wol loltan. Waan hin daadimanneef, waan barbaaddanu hin dhaggattanu.
Gara Waaqaa dhikaadha’a, innille gara keessan hin dhikaata. Isin cubbaaleyyiin, harka keessan qulqulleeffadha’a. Isin worri yaada lamaa, gadhaa keessan qulleeffadha’a.
Deus ouve e responde
Clama a mim e te responderei. O Senhor ouve os que clamam a Ele com sinceridade e responde com poder e fidelidade.
inni, ‹Na waammadhu! Anille si’iif hin deebisa; waan guddoo ati hin beenne ta ati qorqortee bira hin geenne sitti hin hima› jedha.
inni, ‹Na waammadhu! Anille si’iif hin deebisa; waan guddoo ati hin beenne ta ati qorqortee bira hin geenne sitti hin hima› jedha.
Isinille gara kiyya dhuttanee maqaa kiyya waammattaa gara kiyya hin daadimattan; anille isiniif hin dhage’a.
Isin na hin barbaaddan; gadhaa tokkochaan yoo na barbaaddane na hin dhaggitan.
Ee ka daadimata namaa dhageettu,
nami marti gara keeti hin dhufa.
Inni nama rakkate hin tuffanne;
inni fuula ifiille isa irraa hin deebifanne;
ammoo yennaa inni gara isaa iyye isaaf dhage’e.
Waaqi, «Guyyaa rakkinnaa na waami;
ani si baasa;
atille na hin ulfeessita» jedha.
Ani guddisee gara isaa iyye;
arraba kiyyaan isa saade.
Ani cubbuu gadhaa kiyya keessatti
adoo dhoffadhee jiraadhee,
Goottaan silaa na hin caqasuuyyu.
Ani cubbuu gadhaa kiyya keessatti
adoo dhoffadhee jiraadhee,
Goottaan silaa na hin caqasuuyyu.
Waaqi ammoo dhugumaan naaf caqaseera;
qoonqoo daadimata kiyyaalle dhage’eera.
Mootiin Waan Maraa
qoonqoo tiyyaa fi iyyata kiyya waan dhage’eef,
ani isa jaaladha.
Inni waan naa dhage’uuf,
ani bara jiruu tiyyaa mara isa waammadha.
Rakkinna kiyya keessatti
ani Mootii Waan Maraa kiyya waammadhe;
akka na qarqaaruuf,
Waaqa kiyyatti iyye.
Inni Dunkaanii Woyyittii ifii keessaa
qoonqoo tiyya dhage’e;
iyya tiyyalle caqase.
Inni daadimata worra deegaa hin dhage’a;
gaaffii isaaniille hin tuffatu.
Te’uu malee, yennaa iyya isaanii dhage’e,
inni rakkinna isaanii ilaale.
Isaaniif jedhee inni gondooroo ifii qaabate;
sababa jaalala guddaa ifiitiif
isaaniif naye.
Mootiin Waan Maraa
worra isa waammatu maraaf,
worra dhuga’aan isa waammatu maraaf
dhikoo jira.
Confiança nas promessas
Se pedimos algo segundo a sua vontade, Ele nos ouve. A confiança na oração vem de conhecer e confiar em Deus e suas promessas.
Waaqa dura dhikaatiisaaf ifi-addiin nuuti qannu tana: waan mara akka fedha isaa yoo isa gaafanne inni nu hin dhage’a.
Waaqa dura dhikaatiisaaf ifi-addiin nuuti qannu tana: waan mara akka fedha isaa yoo isa gaafanne inni nu hin dhage’a. Waan isa gaafannu mara akka inni nu’uu dhage’u yoo beenne, yennaa isa gaafannu mara akka fudhannu hin beenna.
Waan isa gaafannu mara akka inni nu’uu dhage’u yoo beenne, yennaa isa gaafannu mara akka fudhannu hin beenna.
Nuuti ajaja Waaqaatiif waan ajajannuu fi waan isa gammachiisu waan hunyuuf, waan isa gaafanne maraa isa irraa hin fudhanna.
Yoona yennaa qarqaarsi nu’uuf barbaachisetti akka marartii fudhannuu fi badhaadha dhaggannu, kowaa gara badhaadhi itti dhaggamu, gara barcumaa mootumma’aa ka Waaqaa sodaa malee dhikaannaa.
Yoona yennaa qarqaarsi nu’uuf barbaachisetti akka marartii fudhannuu fi badhaadha dhaggannu, kowaa gara badhaadhi itti dhaggamu, gara barcumaa mootumma’aa ka Waaqaa sodaa malee dhikaannaa.
Yoona yennaa qarqaarsi nu’uuf barbaachisetti akka marartii fudhannuu fi badhaadha dhaggannu, kowaa gara badhaadhi itti dhaggamu, gara barcumaa mootumma’aa ka Waaqaa sodaa malee dhikaannaa.
Dhugeeffanna’aan malee Waaqa gammachiisuun hin dande’amu; nami gara Waaqaa dhiyaatu, akka Waaqi jiruu fi worra isa barbaaduuf ka gatii kennu akka te’e dhugeeffatuu qaba.
Tanaaf inni isaaniif gaafatiisaaf yennaa duudii waan jiraatuuf, worra karaa isaatiin gara Waaqaa dhiyaatu ijjumaa fayyisiisaaf hin dande’a.
Diversas formas de oração
A oração inclui adoração, intercessão, súplica e ação de graças. Levante mãos santas, ore pelos outros e clame em todo tempo.
Maarre daadimataan, gaaffi’ii fi galataan waan mara Waaqatti beessisa’a malee waan tokkolle’eef hin yaadina’a. Nageenni Waaqaa ka hubantii namaa mara caalu, karaa Yesuus Kiristoosiitiin gadha’aa fi qalbii teessan hin eega.
Maarre daadimataan, gaaffi’ii fi galataan waan mara Waaqatti beessisa’a malee waan tokkolle’eef hin yaadina’a.
Waaqi kiyyalle durummaa ulfinna ifiitiin, karaa Yesuus Kiristoosiitiin, waan isiniif barbaachisu maraa isiniif hin mijeessa.
Worri dhiiraa addee maratti aari’ii fi moromaa malee, yaada qullu’uun harka isaanii ka woyyoome ol kaasanee akka daadimatanu barbaada.
Worri dhiiraa addee maratti aari’ii fi moromaa malee, yaada qullu’uun harka isaanii ka woyyoome ol kaasanee akka daadimatanu barbaada.
Wonni na rakkisu kun, akka na lakkittu yennaa sad gara Gootta’aa daadimadhe. Inni ammoo, «Hunni tiyya mijuu teetee ka mudhattu yennaa ati dadhabaa teete waan teeteef, badhaadhi kiyya si hin geya» anaan jedhe. Tanaaf hunni Kiristoosii akka ana irra jiraattu, ka durii caalaa dadhabbii tiyyaan gammadaa ifi jajiisa barbaada.
Akkuma kana Ayyaanni dadhabbii teenna nu qarqaara; attam akka daadimannu nuuti waan hin beenneef, Ayyaanni ammoo aaduu dubbi’iin himantee hin dandeenneen nu’uuf daadimata. Waaqi gadhaa namaa qorqorulle, yaadi Ayyaanaa maan akka te’e hin beeka; sababille Ayyaanni akka fedha Waaqaatitti kolbaa Waaqaatiif daadimata.
Akkuma kana Ayyaanni dadhabbii teenna nu qarqaara; attam akka daadimannu nuuti waan hin beenneef, Ayyaanni ammoo aaduu dubbi’iin himantee hin dandeenneen nu’uuf daadimata. Waaqi gadhaa namaa qorqorulle, yaadi Ayyaanaa maan akka te’e hin beeka; sababille Ayyaanni akka fedha Waaqaatitti kolbaa Waaqaatiif daadimata.
Inni dhugeeffanna’aan jabaatee Waaqa ulfeesse malee, dhugeeffatiisa dhabee, waadaa Waaqaa hin mamne. Waaqi waadaa gale ka muummessu akka te’elle gadhaa tokkochaan dhugeeffateeraayyu.
Oração e perseverança
Persevere na oração. Mesmo quando parece que não há resposta, Deus está agindo. O que impossível aos homens é possível a Deus.
Hunna amma nu keessa hujiisatti jirtuun waan nuuti gaafatiisa, yookiin yaadatiisa dandeennu mara irra akka malee caalchisee hujiisa ka dande’uuf,
Hunna amma nu keessa hujiisatti jirtuun waan nuuti gaafatiisa, yookiin yaadatiisa dandeennu mara irra akka malee caalchisee hujiisa ka dande’uuf,
«Ani dhuguma isinitti hima, wonni isin lafa irratti hiitane ol-gubbaalle’etti ka hidhame te’a; wonni isin lafa irratti hiittanelle ol-gubbaalle’etti ka hiikame te’a.
Addee namooti lama yookiin sad maqaa kiyyaan wolitti qabamanutti, ani isaan woliin jira» jedhe.
Ka akkanaa kun daadimataa fi laamaan malee hin bawu» isaaniin jedhe.]
Haga diqqaa irraa hiiqee, lafatti jigee, «Abbaa kiyya, yoo dande’ame, muduunuun rakkinnaa tun narra dabartuuti; te’uu male akka fedha keetii malee, akka fedha kiyyaa hin te’in» jedhe.
«Ani ammoo isin worra na dhageettanuuf hima: Diina keessan jaaladha’a, worra isin jibbuuf waan dansaa godha’a. Worra isin abaaru eebbisa’a, worra isin yakkulle’eef daadimadha’a!
Yesuus, «Simoon, Simoon, dhage’i! Seexanni isin maraa akka qamadi’ii wobansiisaaf gaafateera. Ani ammoo dhugeeffannaan teeti akka hin banne si’iif daadimadheera. Atille yennaa gara kiyya deebite, obboleeyyan teeti jajjabeessi!» jedhe.
Isaan duudiinuu dubartoota, Maariyaamii haadha Yesuusiitii fi obboleeyyan isaa woliin wolitti qabamanee, yaada tokkoon daadimataaraniiyyu.
Gara halkan wodhakka’aatitti Phawuloosii fi Siilaas daadimanna’aa fi faaru’uun Waaqa leellifataaraniiyyu; worri hidhame dhibiille isaan caqasaaraayyu.
«Danbaliin du’aa na marsitee,
lolaan badi’ii na gad liqinse.
Wodaroon awwaalaa na xaxxee,
tiyyoon du’aa na qabatte.
Rakkinna kiyya keessatti
ani Mootii Waan Maraa kiyya waammadhe;
akka na qarqaaruuf,
Waaqa kiyyatti iyye.
Inni Dunkaanii Woyyittii ifii keessaa
qoonqoo tiyya dhage’e;
iyya tiyyalle caqase.
Halkan guutuu yennaa yenna’atti ka’ii iyyi!
Waan gadhaa keeti keessa jiru,
Waaqa duratti dhikeessi.
Lubbuu ijoollee teetii,
ta qaxxaamura karaa irratti
beelaan gaggabaneef,
daadimanna’aan harka keeti gara Waaqaa ol kaasi.
Karaa keenna qorqorree ilaallee,
gara Waaqaa deebinuu ti.
Kowa’a gadha’aa fi harka keenna
gara Waaqa ol-gubbaa jiruu ol kaannee,
Mootiin Waan Maraa, «Ammumaayyuu, gadhaa keessan tokkochaan,
laamaan, bowaa fi gaddaan gara kiyya deebi’a’a!» jedha.
Yennaa Mootiin Waan Maraa dhaggamu barbaadadha’a;
adoo dhikoo jiruulle isa waammadha’a.
Ati fuula keeti nu irraa deebifattee, cubbuu teennatti dabarsitee waan nu kenniteef, nami maqaa keeti waammatu tokkolle hin jiru; nami gara keeti deebi’iisaaf wodhaanulle hin jiru.
Adoo isaan na hin waammatin, ani isaaniif hin owwaadha; adoo isaan dubbatiisatti jiranuu, ani isaaniif hin dhage’a.
Adoo isaan na hin waammatin, ani isaaniif hin owwaadha; adoo isaan dubbatiisatti jiranuu, ani isaaniif hin dhage’a.
Ee kolbaa Xiyoonii, ka Yerusaalem keessa leetanu, haganaa achi hin boottanu; yennaa isin itti iyyattanu, akkuma qoonqoo teessan dhage’een, inni isiniif mararee deebii isiniif hin kenna.
Mootiin Waan Maraa Woyyichi Israa’elii ka isii dade,
«Marroo waan te’uu jiruu,
marroo ijoollee tiyyaa na gaafattanii ree?
Marroo hujii harka kiyyaalle
na ajajjanii ree?
Postura na oração
Ore no secreto, e o Pai que vê em secreto recompensará. A oração não precisa de muitas palavras, mas de coração sincero.
Mootii Waan Maraa duratti cadhisiitii,
ossaan isa eeggadhu;
worra hamaaleyyii
yaad hamaan isaanii toleef itti hin aarin.
Galgalaa fi ganama, guyyaa wodhakka’attille,
rakko’oo fi gadda kiyya itti himadha;
innille qoonqoo tiyya hin dhage’a.
Ee kolba’a, yennaa mara Waaqatti addadha’a;
Waaqi ka itti baqannu waan te’eef,
yaada gadhaa keessanii mara itti himadha’a.
Ee Waaqa, ati Waaqa kiyya;
ani si barbaada.
Akka lafa bisaan dhaddee goggoddee,
lubbuun tiyya si dheebotti;
nafi kiyyalle si dharra’a.
Worri ajaja isaa eegatu,
ka gadhaa tokkochaan isa barbaadu
ka gammade.
Ani gadhaa tokkochaan si barbaada;
ajaja keeti irraa akka goru na hin lakkisin.
Mootiin Waan Maraa worra isaaf addatamaa te’e
akka filate beeka’a;
yennaa ani isa waammadhu naaf hin dhage’a.
Ee Mootii Waan Maraa,
ganama qoonqoo tiyya hin dhageetta;
ganama mara si daadimadhee
deebii si irraa eegadha.
Nama seeraaf hin ajajanne,
daadimati isaatuu akka malee hin jibbisiisa.
Muummeen waan maraa dhikaatteerti; tanaaf akka daadimatiisa dandeettanu, worra ifi qabatuu fi dammaqe te’a’a.